Oromoo: Ettii imttaa malee ittii in ittuu!!

OROMOO: Ettii imttaa malee ittii in ittuu!!!

Dubbii kana waaliifi qodaa ammaa sa.aan isiniifi baarreesu kanaa jeniiraalaa tokkoo waaliinin jiaa naamnii kun ajejaa dabaarssaa turee gaddaa guddaa ittii imaanii mattaan dhukubee nabiraa deemee dubbiichii kun maalii jeettaanii nagaafaachun kesaan in oluu gochaa bulchinssaa nannoo oromiyaa waaniinnii ilmaan oromo godheen isiniifi imaa liyyuu halii nannoo oromiyaa waaliittii qabee nannoo affaari demttaanii biqiilttuu dhaabduu jedheenii walittii qabee nannoo affaariittii ergee achhii demaanii waan jerrii ta.aan kkkkkkkkk isiniittii imaa ergaa ga.aanii qoqoodaamaanii bakkaa bakkaa ofi qabaataanii waaliirraa fafaagodhaa sanaabodaa tarii tokkoo finccaan qabee jennaan baakkuumaa jirurraa xiqqoo deemee ficcaa.ee ka.ee idhaatee aemssaa egaalee bakkaa isaa waallaalee baakkii naarkkaa badee jechuufi meeshaa tokkoo waal dhukaasee diinaattuu nuttii dhufee jechuun waal waalumaan waal albaasaanii ganaamaa kan dhii.ee barii.uun in oluu bariinaan waaliittii dhufaanii alaa waal iyyaafaataan waalumaan albaasaanii namotaa 16 dhabaanii deemaanii reefaa ilalaanuu waalumaa fixxaanii sanaa bodaa liyyuu haaliin affaari jeraa hafaan dubaattii debisaanii waaliittii qabaanii maal ojjii dhufittaanii jedhaamaanii gafaataamuu silumaa nuttii kan dhufinneefi biiqqiiluu dhaabduu nun jennaan dhufinnee malee kanaa asumaa geenyee idhaachuu irraattii barree jedhaanii waaliifi qodaa dirqaamaa kessaan ba.aadhaa shimaalliisi abdissaa

Ajaahib Jimaa Tooboo


Ani Dr Tsaggaayee Araarsaaf akka dhuunfaatti kabajaan qabaaf.garuu kabajni sabaafi kan Biyyaammoo kan nama dhuunfaatiin olidha.
Doctoriiin miidiyaa warra Tigree tokkorratti WBO maqaa kan biraa tokkoon yaamaati WBOn hardhaa fi WBOn kaleessa maqaa Bilisummaa Oromoon lolaature tokkomiti wal addadha jechuun dubbate.
Dhiiroo Doctoriin keenya kun nuti WBO kaleessaa WBO hardhaas tokkumatti beeknaatii sababbaa kana itti jedheef ummata keenyaaf ifa gochuu qaba. Yoommoo waan kun dogoggoraan jedhamee jiraate Oromoo dhiifatama gaafatuu qaba.
Kanaan achi akkatti walindhiifnu.

Tulluu Hiyyeessaa


Ijoollee obbo Taye Dendea Aredo Oromiyaa irratti fi Tigray irratti 😎
 
 
 


ለሶማሌ ክልል ልዩ ሃይል በአዲስ አበባ ደማቅ አቀባበል ተደረገለት
አዲስ አበባ፣ ሃምሌ 14 ፣ 2013 (ኤፍ ቢ ሲ) ሀገራዊ ጥሪውን ተቀብሎ ወደ ግዳጅ ቀጠና ያመራው የሶማሌ ክልል ልዩ ሃይል በአዲስ አበባ ደማቅ አቀባበል ተደርጎለታል፡፡
በሶማሌ ክልል ልዩ ሃይል ዋና አዛዥ ምክትል ኮሚሽነር መሃመድ አህመድ የተመራው የክልሉ ልዩ ሃይል አባላት አዲስ አበባ ስደርስ በፌዴራል ፖሊስ ኮሚሽን ወንጀል መከላከል ዘርፍ ምክትል ኮሚሽነር መላኩ ፈንታና በሌሎች አመራሮች ደማቅ አቀባበል ተደርጎለታል።
ምክትል ኮሚሽነር መላኩ ፈንታ ÷ የሶማሌ ክልል ልዩ ሃይል ሃገራዊ ጥሪውን ተቀብሎ በመምጣቱ ምስጋና ማቅረባቸውን ከሶማሌ መገናኛ ብዙሃን ኤጀንሲ ያገኘነው መረጃ ያመላክታል፡፡
የሶማሌ ክልል ልዩ ሃይል ክልሉ ከሌሎች ሀገራት ጋር በሚዋሰንበት አካባቢ በዓለም አቀፍ ደረጃ በሽብርተኝነት የተፈረጁትን እንደ አልቃይዳ እና አልሸባብን በመደምሰስ አኩሪ ድል እንደፈፀመ ይታወቃል።
ልዩ ሃይሉ እንደ ከዚህ በፊቱ ሁሉ በአሸባሪው የህወሓት ጁንታ የተቃጣውን ሀገር የማፍረስ ተግባር ለመመከት ዝግጁነቱን ማሳየቱም የሚታወስ ነው።
FBC
 
 
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.