Oromoo eenyu akka ajjeesaa jiru ragaalen hedduu bahaa jira.
“Godina Wallaggaa Bahaa naannoo Angar Meexxii bakka addaa Laga Biyyoo jedhamuttu Jimaataa hanga Wiixataatti Gumuz ummata keenya 27 galaafatte. Isaan keessaa obbo Geetaachoo Rabbirraa namni jedhama maatii torbatu jalaa ajjeefame. Yeroo dhumaatiin kun hundi raawwatamu Makkalaaakayaan naannoo sana ture.”
Via Lammii Beenyaa
Mangistuu Haylamaariyaam bara tokko ummata Addabaabayii Masqalaatti baasee xaarmusii wayiinii diimaan guute lafatti rukutuun “warra cireef nu qopheeffate laaqana isaan goone” jedhee dhaadate. Kanumaan duulli hamaan miseensota EPRP irratti gaggeeffamee dhumaatii Goolii Diimaa ykn Red Terror jedhamu qaqqabsiise. Hayyoota dhaloota tokkootu harka Dargiitti dhume. Yoo akka Dargii ta’uu barbaanne malee yeroo kanatti waraanni eenyuun iyyuu hin fayyadu. We may win war but not peace jedhe Leo Tolstoy. Waraana injifachuu dandeenya garuu nageenya hin argamsiifnu jedhe. Ilaallataa sirbuu wayya
Oromoon mootummaa hin qabu; ittisas hin qabu; mootummaa Oromoof ittisa ta’u qabaachuun dirqama. – https://t.co/MfqKcV3Pip pic.twitter.com/aoJQI2jDj1
— Kichuu (@kichuu24) December 19, 2018
Ethiopia army op kills civilians in Moyale hotel, violence persists – https://t.co/kKEOJ2t5hA pic.twitter.com/52IEiEHptG
— Kichuu (@kichuu24) December 18, 2018