Oromoo: ሀዋሳ ላይ ሻሸመኔዎች ለጠ-ሚ ዶ-ር፡አብይ እና ለፕ-ት ኢሳያስ አፈወርቂ ባህላዊ የቁርስ ግብዣ አድርጎላቸዋል፡

Oromoo: ሀዋሳ ላይ ሻሸመኔዎች ለጠ-ሚ ዶ-ር፡አብይ እና ለፕ-ት ኢሳያስ አፈወርቂ ባህላዊ የቁርስ ግብዣ አድርጎላቸዋል፡


Kuni kunoo cinaaksanitti way Oromoo tiyya OPDOn nu gurgurattee laata?

Via: Shukrii Mohammed Umaraa

Cinaaksan today!

Cinaaksan today!



-Ji’a tokkicha kana qofa keessatti ilmaan Oromoo humna waraana liyyuu poolisii fi waraana ABUT/TPLF ajjeefaman:
-Warri OPDOn Nu Bilisoomsite, qabsoo hin barbaachiftu jechaa geerartan OPDO teessan kunoo laalaa.
#Lammaa_Magarsaa Obbo #Abdi_illee hawaasa keenya toorbaan kana keessa qofa nama 100 ajjeesse wajjiin finfinnee keessaa geeraraa jira.

#HARARGEE #GUJII #BAALE #BOORANA …fi Oromoon hundi Hubadhaa. OPDOn Yoomiyyuu Waan isii hin dhiiftu. Afaan gaarii isaan haasawan hindhagayinaa

-Cinaaksan_________43

-Baabbilee__________17

-Mi’eessoo__________23

-Gursum____________11

-Madda Walaabuu (Baale) ___13

-Gujii fi boorana_____78

-Dambii Doolloo——-1~WBUT

-Naqamtee————1~WBUT

-Boorana———-8

Total=195 gahee jira.


Namiin kun Faarah Maaliim jedhama ( former deputy house speaker of Kenya national assembly and member of parliament) siyaasa Itoophiyaa fi rakkoo oromoo gadi fageenyan beeka. Amma MM Dr . Abiyyi akka harmaan gadiitti gorsa. Utoo yeroo itti hin laatin Abdii Illee dafii ofirraa geggeesi kana achii midhaan iinni fidu danuudha jedha. Uummatn oromoos kana jedha ollaan keenyaas kana jedhuu. Gorsaa dhaga’uun gariidha.


OPDOn jaarmaa odeeffannoo funaanu (intelligence organization) hin qabdu. Bara dabres osoo odeeffannoo ummatarraa argannu irratti hirkannee lola guddaa Abdi Ileen banuuf deemu itti himnuu, Lammaan waakkachaa ture. Booda kasaaraan guddaan nama miliyoona tokko buqqaasee dhibbatamaan ajjeese sun nurratti raaw’ate. Ammas osoo waywaannuu torban dabre Jeneral Birhaanuun lolli daangaa dhaabbateera jedhe. Erguma inni dhaabbateera jedhee as yoo xinnaate nama 85tu ajjeefame. Ammas lolli kun hammaateet itti deema. Kora EPRDF as deemu irratti dhiibbaa uumuuf jecha jeequmsa guddaa uumuuf qophii xumuraa jiru. Abdi Ileen Itoophiyaa keessa qofa osoo hin taane biyyoota ollaattis Oromoota gooluuf maallaqa guddaa gadi naqaa akka jiru odeeffata gahaa qabna. Kan ammoo akkeekkachiifni MM mataa isaatti hin dhaabsisu. Saffisaan tarkaanfiin fudhatamuu baannaan balaa hamaatti deemaa jirra. Ummanni keenya kan daangaafi jiddu galeessaa qophaayuu qaba.
Jawar Mohammed