Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 5 March 2018
Agaaziin Har’a dhumte:
Arsii Lixaa11
Dagam 8 fi
Caancoo 11 dha.
OromiaStrikes-Agaazii 11 shashamanee gara kofale osoo deemaa jirtu, balaa meexxii irrattii mudateen dhumtee jirti.
Bilisummaa dha!!
OromiaStrikes-At least six young Oromo killed by Agazi’s live bullet in the restive Oromia since a state of emergency was declared two weeks ago
OromiaStrikes-Kun Godina Baalee,magaalaa Agaafraa ti! Biyya Adam Diimaa akkanaan FXG bobeessaa jirti.
Awwaalcha– Shawaa Lixaa, Ilfataa, sirna awwaalcha atileet Caalaa Addunyaa.
Lubbuun isaa nagaan haa boqottu