Oromo students at universities in Amhara region are still crying out for help and rescue days after organized attacks were first unleashed on them.

Above Single Post

Oromo students at universities in Amhara region are still crying out for help and rescue days after organized attacks were first unleashed on them.

#Inbox

#Yuuniversitii_Wallo
Yeroon ammaa sa’ati 9 ergaa kaleessa hangaa ammaa hommaa waa hin nyaane beelaan dhumne Oromoo sagalee nuuf tahii Oromo Press qilleensaa irraa nuuf olchii”

#Waldiyaa_University_update (Inbox)

“Waldia university kessatti ijoolee oromo, guyyaa 4 guutu nyaata male bakkee qorra keessa bula turtee, yero ammaa kana,tuftaadhan wayyaa keessan dormidha bafadha jedhan, humnaan dormitti debbissuf yaala jiru, ijoolen garu didda jirti.gara maati isheeti debiuu barbaddi ijooleen.nageenyi issaani baayye sodachissadha.”

Tsegaye Ararssa

Oromo students at universities in Amhara region are still crying out for help and rescue days after organized attacks were first unleashed on them. “Political expediency trumps life” has been proven right by Dr. Abiy one more time. For him, pulling Oromo students out of schools in the Amhara region is an admission his “medemer” nonsense is a dismal failure, so he simply chooses inaction as students are murdered every single day.

Mohammed Abbajebel Tahiro



Ethiopia: የአማራ ክልል ፕሬዚዳንት አፈነዱት – “አዴፓ ውስጥም ሴራ ሲጎነጉን የሚውል አለ” | Temesgen Tiruneh


Ethiopia: ሰበር መረጃ – ኦነግ፣ አብን፣ ኦፌኮ… ለመጀመሪያ ጊዜ በጋራ መግለጫ ሰጡ | OLF | NAMA | OFC | ODP | ADP


#Oduu_Ammee_nu_dhaqqabe #BreakingNEWS!
Dhaga’aa wal dhageesisaa Share?
Biyyi Xoophiyaa jadhamtu Diigamaa jirti!!
#Goondaritti Raayyaa Raayyaa ittisa Biyyaa fi Liyyuu haylii Amaaraa Lafa irraa wal xaraqaa jiru Hanga ammatti gara lachuu irraa Namni (21) ol akka ajjeefame Oduun nu dhaqqaba jira!Sababii lola kana Raayyaa ittisa Biyyaa Naannoo Amaaraa gadi dhiisuu qabdan kan jadhuudha! Wal haa nyaattu! Qaamni dhimmi ilaalu hatattamaan Barattoota Oromoo University Naannoo Amaaraa keessa nu baasaa?
Barattoota keenyaaf Sagalee haa taanuufi ?

Shukuradin Jamal

 


ኢህአዴግ ፈርሶ አዲስ ፓርቲ ከተመሰረተ በኃላ ፓርቲው በብሔር ቡድኖች ሳይሆን በእያንዳንዱ አባል ግለሰባዊ ማንነት የሚወከል እንደመሆኑ፣ የአካባቢውን ማህበረሰብ የአኗኗር ዘይቤ እስከተቀበለ ድረስ ዶ/ር ብርሃኑ ነጋ ኦሮሚያን የማስተዳደር መብት ይኖረዋል። እነ “ቢሊሶምኔ” ለአዲሱ የኦሮሚያ መሪያችሁ ዶ/ር ብርሃኑ ነጋን በቅርቡ ደማቅ አቀባበል እንደምታደርጉ ተስፋ አደርጋለሁ።

Below Single Post