OromoRevolution Mudde 14/2017 Godina Oromia/Ethiopia adda adda kessatti.

OromoRevolution Mudde 14/2017 Godina Oromia/Ethiopia adda adda kessatti.

OromoRevolution Mudde 14/2017 Godina Wallagga Lixaa Magaalaa Gimbiifi Najjoo Keessatti Sochiin Warraaqsaa FXG daran jabaachuun Qeerroo dargaggoota Oromoofi uummata Oromoon finiinaa jira


WarningPLF ChelenkoMassacre the images you are about to see are disturbing. The government in Ethiopia is engaged in the massacre of Innocent civilians.

Ethiopia : ህዝባዊ ወያነ ሀርነት ትግራይ ህወሀት የሚመራው ጉጀሌ መንግስት ታጣቂ የሆኑት የአጋዚ ወታደሮች በጨለንቆ የፈፀሙት አሰቃቂ ጭፍጨፈ::

Natnael Mokonnen


OromoRevolution Mudde 14/2017 Gidduugaleessaa Oromiyaa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Hannaa Furiitti Sochiin Warraaqsa FXG daran jbaachuun mootummaan abbaa irree wayyaanee irraatti gaggeeffama jira. Abbaan irree wayyaanee waraana Agaazii uummata keenya Harargee Calanqoofi bakkoota garaagaratti fixaa jira. duguginsa sanyii ilmaan Oromoo irratti gaggeeffama jiru dura ni dhaabbatna, mootummaan abbaa irree aangoo gadi lakkisuu qaba jechuun warraaqsa Finiinsuu irratti argamu.


Massive Rally in Najo condemning the Chelenko Massacre


OromoRevolution Mudde 14/2017 Godina Jimmaa Magaalaa Aggaarootti Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG Qeerroo Barattoota Manneen Barnoota sadaarkaa 1ffaa, 2ffaafi Uummata Magaalaa Aggaaroon gaggeeffama jira. Korri bittinneessaafi Waraanni Wayyaanee kaambii Waraanaa Aggaroo Jiruu keessaa uummatatti bobbaafamee sochii dhorkaa jira, gabaasa dabalataa eeggadhu.


“Finfinneen qilleensi oromiyaafi naannoo biraa irraa bubbisu sodaa guddaa keessaa galte.Har’a waajjiran ani hojadhu keessatti walgahii walitti nuqabanii turan….Ajandaan kun olirraa gadi bu’e.sectara hundatu mariyata natti fakkaate.Akkuma amala isaanii haalli walgahii itti gaggeessan kanuma duriiti….farreen nageenya,…..Akka tasaa garuu waajjira san keessa kan hojjatu oromoo muraasafi harki caaluu saba amhaarati.Kan walgahii nuteechisan lachuu tigroota…..dhumarratti yaada keennaa yoo jedhan 90%callise.namnnamni lama fi sadi gaaffii gaafatan gaaffinis kan isaan faalleessu malee kan deeggaruu miti…..jarattiin rifattee jirti….itti muddi”


Jarri keenya kan Ertiraa jiru sun dubbii tanaan maal jedhu.
Moo isaanis walumaan araaramuuf…

Via: Dino Yusuf Hussen



Residents of Shakiso, a town in Guji Zone, Oromia Region in southern Ethiopia, complain of various sufferings: from birth defect to gradual disability, due to toxic waste of cyanide coming from Lega Denbi gold mine, owned by MIDROC of Sheik Al-‘Amoudi. Please read the Amharic news