The killing and displacement of the oromo people from their ancestral land




The killing and displacement of the oromo people from their ancestral land has continued unnoticed. The saddest part is, the TPLF regime is planing for more of it.

“Mucaan Aramaan Gaditii Argamuu kun Shawa lixaa Annaa Cobbii keessaati Kan dhalatee GAONF Bulchiinsaa Magaalaa Buraayyuu Gandaa Gafarsaa Gujjee Gooxii Magaaltuu jedhamuu Keessaati Gaafaa Guyyaa 23/03/2010 Umminii TPLF Hidhatee jiruu Buraayyuu Mukaa xargiduu Gandaa Gafarsaa Gujjee keessaati hojetaan Sababaa Jibbaa ummaata Oromoo irrati Qabaniif Mucaa Kana lubbuu isaa Dabarsuun hojjii isaan galakisuun badanii jiruu Warootin hafaan ammayuu hojjii gara gara Bulchiinsaa Magaalaa Buraayyuu keessaati Humnaa Hidhatee Abdachuun hojjii itti fufanii jiru.”

Jawar Mohammed


“Namonni maqaafi suraan isaani armaan gaditti argaman Jeneralootaa Fi koloneelotaa liyyuu polisii Kan ummatta Oromo miliyoona walakkaan lakkaawaman NS irraa buqqisan tahu gabaasama jira. Namonnii Kun motumma Fedralaatiin amma barbaadama jiran je’ama. Isaan keessa ammaa namonnii Afur biyyaa baafachuuf garaa daangaa Somaliyaa magaala Shileboo ja’amtu Keessatti argaman. Hundinuu Firaa Abdi Ileetti dhihaataan tahuu isaani beekkamee jira. Maqaan isaanitis

1) General Abdirahman Labagole
2) Colonel Mustafe Ilbir (sanyare)
3) Colonel Deeq Booje
4) Colonel Sheek Muktar Sheek Suubane
5) Colonel Nasrudiin Anab
6) Farhan Mohamoud ( Dubayo) Hogganaa TV ESTV
Namoonnii Kun akkaa Biyyaa baqatan Abdii Ileetu gorsee haala mijeesseef je’amee dubbatama. Maddii Abdirashid Ali Shuaa
Ani Garuu dura kan hidhamuu qabuu Abdi Ileedhaa je’eetiin amana. Isiin hoo”


 



1 Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*