Oromo:-Making distinction between the colonized and the colonizers – Rundaasaa Asheetee Hund

Oromo: Making distinction between the colonized and the colonizers 
Rundaasaa Asheetee Hund

1. ABO ala dhaabni siyaasaa hinyaadama jechuun abjuudha; mootummaan biyya keessaas sana beeka.
2. ABO fi OFC tokko ta’uu barbaada.

3. ABO Qorqalbii Saba Oromoo hunda keessa waan jiruuf isaan ala wanti yaadamu hinjiru.

4. Diayasfooraadhaa Miseensa hinfeenu; deggartoota qofa feena.

5. OFC keenya keessa ijaarsi jabaan hinjiru; nama jabaatu nugidduu hinjiru. Ijaarsi keenya biyya keessatti laafaadha jedhe.

6. Qubeen qubee saabaatti jijjiirama jechuun hindanda’amu.

7. Namoota bakka isaan bu’an hinbeekamne, waggaa 27 keessaatti warra dhabaman hunda gaafachaa jirra; caasaa diriirsaa jirra jedhe.

8. Nutiif OPDOn tokkodha; Tokkummaa qabna jedhe.

9. Warri diyaasfooraadhaa barreessitan; barreeffama dhaabaa jedhe ktktkkt

isa kaan isinumti dhaggeeffadhaa; kanayyuu TAAJJABBII’n gidduu seeneen waraabee keessaa ba’eeti!!!>

Yetaabbaatu!!

Beekan G Erena


Making distinction between the colonized and the colonizers
Rundaasaa Asheetee Hunde

The OPDO has been doing her best to misdirect the Oromo Liberation movement ever since she was created by the Tigreans. Since Abbaa Duula and his sons took full control of the OPDO however, they are going real big on saving their master’s empire.

From the outset, the OPDO has been an organization dominated by afaan Oromo speaking opportunist and brutal Amharic speakers born and raised in Oromia. For example, researches show that all Oromians who were shot on their heads, stubbed inside university dorms, killed and thrown under the bridge or in the forest were victims of these afaan oromo speaking Habasha spy network members and Agazii soldiers. The report also shows that the minority tribe members such as the Orgobbaa, Hadaree, Benishangul and Gambellians were used by the Tigreans as killing tools.

It was accurately reported that those Oromians who were killed in Ambo and Giincii alone during the first month and a half of the 2014 Oromo protest were shot by non-Oromo Agazii killers, of course the commanders were Tigre and Amharas. From then on, the killing required constant work and attention of the Tigre top commanders and the actions of Amharic speaking Nafxanyas born and raised in Oromia.

On the effort of locking up of the Oromians for life term or long term imprisonment, Nafxanya Getachewu Ambayee advised by Hadare man took the lead and these men remained to be counsel and members of Brihanu Tesgaye’s staff of today. This demonstrates the seriousness of the political direction where Oromia is heading under fake Oromo president, fake prime minister, fake foreign affairs, fake defense minister etc.

Generally speaking, what is going on is a huge effort to define the Oromians as Ethiopians. Oromo organizations such as Medrek, ODF and OPDO, including religious organization which Mr. Enihoff of Oklahoma used to convert and control Abba Duulaa, Abiyii and Lammaa are working very hard to define us the Oromos as Ethiopia. The Muluu Wengeel church to which abbaa Duula and his boys, Lammaa and Abiyyi belong to requires speaking Amharic and accepting the Ethiopian unity as an order sent by God from heavens.

To set the record straight, those of us who want free Oromia must understand that the Pheenxee-Quunxees are the state department of America spying network extensions packaged with different features and profiles in order to confuse ordinary faithful Oromians across all social spectrum.

From the Naxanyaas front, not only they are quietly practicing killing on Oromo children but they manipulate the mainstream segment of our society as they quietly go about doing what they are good at doing. Perhaps more than anything else, understanding this effort seeks the highlighting of some facts in the language the segment of our society understands. The current OPDO is not the same as the old OPDO lead by cowardly Junadin or by the Tigrean Tayee Teklehayimanot (Kumsa Damaqsa).

The Abbaa Duulaa led Lammaa-Abiyyi OPDO strives to contribute to the raise of Minilik and Hailesilase era Ethiopia and the Amharic speakers are already helping them do that. To day, such cunning evils can be found at every level of our society, i.e, among the Oromo business men, educators, activists, political parties, government employees, entertainment industries and news medias.

Everything these groups have been saying and doing contrasts the effort of the Oromo Liberation so squarely, and such pictures are glaring on the faces of the ODF and OMN cadres. This contrast may surprise many people who have no tangible sense for the differences.

One curious thing is that this false association perpetuates itself in a world of instantaneous information where everyone has access to the facts. In such situation, the only way to straiten the record is to define ourselves by telling our own stories in every language our society understands best. That’s why we need to do more if we want to reduce the misunderstandings these cunning messengers are trying to create by matching every attempt they makes. To do that, we must draw clear distinctions that exist between us, the colonized, and the colonizers grand children.

Rundassa Asheetee ti


Isaan kun yaadatamaa jiruu? Dabaree Seenaa
.
Gootonni Oromoo Salaaleetti Seenaa Agarii Tulluu Haaromsan, Gootummaanis Wareegaman.

Gootota Oromoo Wayyaaneen qaltee Bakka gabaatti fannifte-Gocha faashistii xaaliyaanii fi HARREE Sillaasen kan Wal fakkaatu dha.
Suurri argaa jirtan kun GOOTOTA ilmaan Oromoo roorroon hammaannan Wayyaanee fuuldura gootummaa dhaan falmaa dhaabbatanii utuu lolanii kanneen harka diinaatti gaafa kufan wayyaaneen gochaa suukaneessaa akkanaatiin uummata yaamtee raawwii akkasii jiilchaf ilmaan Oromoo kanneen irratti raawwatte. Oromoo diina isaa ajjeessaa, falmaa du’uun ykn wareegamuun kabajaa guddaa dha. Bakki gochaan fashitii Wayyaanee kun itti raawwatame godina SALAALEE, aanaa Darraatti baatii dabre gaafa 09/12/2014 ture.

Sababiin gootonno Oromoo kunneen itti bosona seenaniifis roorroo warri ergamtuu wayyaanee OPDO, dabballoota aanaa saniitirraa irra gahaa ture waan dadhaabaniif jiraachuus waan dadhhabaniif tahuutu gabaafama. Maqaan gooticha kanaa KATAMAA WUBETUU kan jedhamu erga dhiirummaasaa fi gootummaasaa loltoota wayyaanee 4 fi foolisoota hedduu galaafatee booda harka diinaatti kufuudhaan gaafa guyyaa 09\12\2014, aanaa Darraa, magaalaa Gondo Masqaal irratti wayyaaneen gochaa gara jabummaatiin uummata keenya jiilchuu fi sodaachisuuf hiriyaa isaa walin fannifte.

Dirreen inni itti lolaa ture, aanaa DARRAA naannoo Harbuu Masqaalee keessatti akka tahe qeerroon aanaa Darraa gabaasaniiru. Jaallan KATAMAA waliin qabsootti bahan ammas qabsoo akka finiinsaa jiraniifi ilmaan Oromoo hundaan hidhadhaa ka’aa! dhaamsa jedhu dhaammataniiru jedhama. QABSAAWAN NI KUFA,QABSOON ITTI FUFA! OROMIYAAN NI BILISOOMTI!

Faaruu