Oromoon haaraa argachuu dhiisii kan qabuyyuu dhabaa jira TPLF jalati maqaa misominatin. Kun misomina Laammaa Megersati!!!!
Wayyaanonni Buufata ibsaa Godina Salaalee fi magaalaa Fichee hiikanii hatuuf osoo jedhanii lafti itti bariitee ummanni iyyee qabe jedhan gabaasni armaan gadii kun
via; Shamshadin Taha