Oromiyaa,Weerara lafaa #Karrayyuu! Weerara Godina Shawaa bahaa Aanaa Fantaalletti

Weerara lafaa #Karrayyuu
Weerara Godina Shawaa bahaa Aanaa Fantaalletti gama Karrayyuu irratti mootummaa Naannoo Amaaraatiin geggeeffamaa jiru hammaachaa dhufuu jiraattonni himan.
Warri babaldhifannaa “Ristiif” qabsa’aan Oromummaan haa badu jedhan ammaa weerara bananii jiru!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.