ONN:Oduu Idilee Oromiyaa Fuulbana 29/2017

ONN:Oduu Idilee Oromiyaa Fuulbana 29/2017


“Mootiin Mukhaa Jibriidha” akkuma Ja’an Mootiin/ Namni Cimaan Hawaasa tokkoo Dubartiidha!!
Dubartiin Nagaya Buusuu kheessatti, Qabsoo keessatti, Jiruuf jireenyaa keessatti gehee guddaa qabdi waan taheef Ksbajni guddaan krnnamuufii qaba!!


Major General Masho Mafia TPLF Abdii Illey waliin tahuudhaan Oromoota daangaa maashaa qaban tokko tokkoon gurree too’annoo jela galchina jedha. Oromoo quba qabaadhaa. Liyyu Mafia isaanii irraa hin guuran Oromoota irraayi.

Via Hamza Wariyo