Oromiyaa: Yuunversiitii adda addaa keessatti fincilli dho’ee jira.

Oromiyaa: Yuunversiitii adda addaa keessatti fincilli dho’ee jira.

Waxabajji 3/2019]

Haala yeroo fi dhiibbaa mootummaan uummata Oromoo irraan ga’u balaaleffachuun gootonni barattoonni Oromoo waamicha Qeerroo Bilisummaa Oromoo hordofuun guyyaa har’aa (Waxabajji 3/2019) mormii eegalanii jiru. Haala kanaan yuunversiitii Mattuutti barattoonni Oromoo Fincila Xumura Garbummaa dhoosanii jiru.


Uummata oromoo fixun kun amma yoomti kaa,?

“Mattuu Yuunvarsiitiiti. Barattootni Mattuu Universiiti Qaama Mootumatiin Reebichii hamaan irra ga’e. Polissaa Okkoora Bittineessaa kan yeroo #Dargii lenjii dabalata jedhanii kan fudhate Oromiyaa keessati bobba’an guyyaa har’a reebbiicha Orommuummaaf hin mallee irrati rawwaatan.”

Tsegaye Ararssa

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 


Hayyuun Oromon qabdu jawar mohammadi hadhageffannu

Yaa Rabi gurguramnnee mo Jirra?


OBN 25 09 2011 – የቦርዱ ሰብሳቢ ክብርት ብርቱካን ሚደቅሳ “በአገራችን የተለያዩ ምርጫዎች ተካሂደዋል። ቀጣይ የምናካሂደው ምርጫ ግን ከነበሩት ምርጫዎች የተሻለ እና ደረጃውን ከፍ ያለ እንዲሆን እየሰራን ነው፣ ሚዲያዎችም ለህብረተሰቡ በተለይ ለመራጩ መረጃ በመስጠት በኩል የላቀ ሚና መጫወት ይኖርባቸዋል” .