Oromiyaa! Yaaboo Milishaan numa rakkatte barana!!

Oromiyaa! Yaaboo Milishaan numa rakkatte barana.

Haha Leenjii tehuusaatikaa!
Ayii minishaa

Finally they are talking!


WBOn Makkalaakeyaa fi Humna addaa Qawwee hiikkachiisuu akkuma ittifufetti jira.
Zoonii kibbaa cibirraa Odaa adoolaa

#Waliif_Qoodaa
#Odeeffannoo..Breaking
~ Egypt Ibsa baafteen Itoophiyaa  walii galtee keenya malee hidha laga abbaayyaa guutti taanaan hidhicha irratti Tarkaanfii akka fudhattu beeksiste..
~ Waraanni bilisummaa Oromoo iddoo baay’eetti kaaphii diina daaraa godhaa jiraachuun beekkameera.
~ University Wallagga barsiisota 300 ol irraa miindaa muruun isaa beekkame.
~ Abiyyi afaaniin yeroo dubbatu nama nagaa fakkaata. Garuu ummata nagaa jumlaan ajjeesisa jira….abbaa irreeti..
~ Itoophiyaan Dipiloomaasii Addunyaa zeeroo akkuma taateetti jirti…
~ Abiyyi, Dammaqeen, President Naannoo Amaaraa fi Shimallis abdiisaa waraanni humna addaa Naannoo Amaaraa akka lixa Oromiyaa seenu murteessuu isaanii mirkaneeffanne jirra.
~ Waraanuma Abiyyi abdatu keessa rakkoon waliif hoogganamu dhabuu akka jirtu odeessi amma dhufe ni mirkaneessa…!!
Waliif qoodaa..!!
Odeeyfannoo Saffisaan arkachuuf

OMN Horn Odeessaalee Har’aa (Ebla 13, 2021)


KARRAYYUU OROMOO LAFA ISAA SAAMAMAA JIRA!
1. Lafa Karrayyuu maqaan isaa Qorkee je’amtu Shonkora itti moggaafatanii Taappeellaa irra dhaabbatan. Lafti Karayyuu kunoo ammaan kana garee “rist asmelash” jedhamaniin fudhatamaa jira.
2. Akkuma Taappellaa suura irratti argitan, lafti kun dhiyeenya kana mootummaa naannoo Amaaraatin kan qabatame dha.
3. Yeroo ammaa hongeen dhuftee Karayyuun rakkoo cimaa keessa osoo jiruu lafa illee jalaa saamaati jiran.
4. Sababa “ristii” jedhuun lafa saba Tigray erga samanii booda amma gara Oromiyaatti darban.
Abiy Ahmed lola Tigray booda warra “ristii” deebifatuuf carraquu kanaaf waadaa seenee ture ammaan kana bakkaan ga’aa jira.
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.