Waxabajjii 24/2018 Godina Kaaba Oromiyaa Walloo Baatee!!

Waxabajjii 24/2018 Godina Kaaba Oromiyaa Walloo Baatee!!

Qeerroon meesha jarri diina Hiriira Qiixii irra balaa geessuf itti wal-qunnama ture akkanatti irra fuute Poolisa Oromiyaatif kennitte. Qeerroon Qeerreensa!!


Uummanni Gaahoo Qebbee WBO yeroo darbe wareegame jaal Roobsan Gannatiif siidaa dhaabuu murteesse.

 

Boombii isinirratti kiyyeessuuf yaadaa jiranii hiriira kana yeroof haqaa jennee kaleessa warra Dirree akeekkachiifnee turre. Du’a sodaaf jecha abadan goota keenya deeggaruu irraa hin hafnu jedhan.

Hiriira ar’a godina Walloo magaalaa Baateetti godhame irratti guyyaa har’aa kana dhugoomsuu keessatti qooda murteessaa Qeerroon gumaachite akkasitti faarsan.
With Abdi Jemal