OROMIYAA: SIRNA AWWAALCHA GOOTICHA MISEENSA WBO JAAL FALMATAA GUYYAA DIINA HEDDUU AJJEESEE KUFE.

Above Single Post

OROMIYAA:  SIRNA AWWAALCHA GOOTICHA MISEENSA WBO JAAL FALMATAA GUYYAA DIINA HEDDUU AJJEESEE KUFE.

RASAASNI QABSA’AA KUFFISA MALEE QABSOO HIN KUFFISU

Adem Misoma

Amajji 11,2019-Jimmaa Yuunibarsiitii
==============================
“Shirri ABO balleessuuf xaxamaa jiru haa dhaabbatu” dhaadannoo jedhuun barattoonni Yuunibarsiitii Jimmaa hiriira nagaa bahan.

Dhaaddannoo karaa nagaa dhageessisaniin toora ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo kaleessaa amajji 10,2019 bahe qabachuutiin

1. Olaantummaa seeraa maqaa jedhu dahoo godhachuun qabsaa’ota Oromoo sabboontota hidhuun haa dhaabbatu!

2. Maqaa Olaantummaa seeraa jedhuun WBO dhabamsiisuuf barbadeessuuf socho’uun dhaabbachuu qaba

3. Sochiin karaa nagaa Ertiraatti jalqabame gufachuu hinqabu

4. Duulli ABO balleessuuf aggamame duula Oromoo balleessuuf deemu waan ta’eef nii balaaleffanna!

Jechuun sagalee dhageessifatan

Below Single Post