Oromiyaa: Sagantaa yaadannoo Hacaaluu Hundeessaatii Ambootti!

Oromiyaa: Sagantaa yaadannoo Hacaaluu Hundeessaatii Ambootti!

Godaanisa Bilxiginaa-nafxi
“Qeerroowwan yeroo Haceen du’e rasaasan waxalamanii har’a gahanidha, haala kanaan yaadachaa oolan”

Dejene Gutema


Yadaannoo Waggaa Tokkoffa Artsist Haacaaluu Hundeessaa Washington DC’TTI.

Yaadannoo Hacaaluu Hundeessaa, Munich/Germany

***Yaadannoo Hacaaluu Hundeessaa magaalaa Ambootti bifa addaan taasifame***
Keelloo: Waxabajjii 29,2021
Magaalaa Amboo kaampaasii Hacaaluu Hundeessaatti uummati Oromoo lakkoofsaan hedduun bahee dungoo qabsiisoon yaadannoo wellisaa Hacaaluu Hundeessaa gaggeessaa jiran