Oromiyaa! ODUU HATATTAMAA OFFICIAL VIDEO

Oromiyaa! ODUU HATATTAMAA OFFICIAL VIDEO

Nama kana TPLF tu hidha yookiin isaantuu ajjeessuu danda’a jenne shakkaa turre.
garuu immoo isaan jawaar siyaasa ittii taphatee hojiin ala isaan godhee, aangoo hunda irraa mulqeen otuu hin taane, warroota maqaa oromoo dhahatanii ergamtuu isaanii ta’anii, ofii gadi cabanii saba oromoos cabsaa turan OPDO aangoomseen hidhamuun isaa baayyee nama saalfachiisa.
Via: Mohammednur Guye
Ergaan ABO if KFOn haa diiggamuu maddi asirraay!! Hin oofkaltu! Hanga hara’aa si amannee lubbuu abbootii keenyaa gurgurachaa baatetu amma dhaabota keenya diiguuf ergama fudhattee as baate hin oofkaltu! Seenaan sigaafata! Namoonni Leencoo goota keenya jettan yaada keessan!
 

Galaanaa Gaaromsaa – Wal Agarra – New Ethiopian Oromo Music Video 2021 (Official Video )

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.