Oromiyaa keessa filannoo waan jedhamu hinjiru jedha WBOn.

Oromiyaa keessa filannoo waan jedhamu hinjiru jedha WBOn.


Giddu Gala Oromiyaa Funyaan Shaggar jalatti Ammas Injifannoo dachaa Galmeesse WBOn
Injiffanon guyyuma guyyan akka waqani jalatutti olum dabalaa jira ;akka kanaan Godina shawwa lixaa anaa Jalduu Gandaa Baddesa Qaqalii jedhuma bekkamutti WBOn Giddu gala Oromiyaa keessaa Socho’u Tarkaafii Diinaaf Lukkee Diinaa irratti fudhatu cimsee itti fufuun hardhas Humni darbatamaa WBO G.G.O Buttan Elemoo Qilxuu lukkeen dinaa kan tatee Milishaa Gandaa fi Kaabinoota Achi keessaa yaatee Uummata Oolmaa Bultii doowwaa turte addabbi lallessa irrati fudhaten Adabuun cinatti meshaa waraana kilashii 25
Faalii 3 Rasasaa 500 shugixii 4 Hikkun Moonaa Qabsoo Bilissumma Oromof galii godhaniru
INJIFANOON UMATAA OROMOf!!!
Dhalotaa qubee

 

Firaa Oromoo gudda.Afaan Oromoo hin beeku garuu akkata ittin qabsoon Oromoo galeef onne Oromooti umaa.Keessatu Oromoota magaalaa keessa jiranif!!


Abshaalummaa keessa tokko…
Halagaa( Tigree) waliin tahanii diina nafxanyaa off irraa balaalefachuun abshaalumma guddaa dha.


አቦይ ስብሀት ነጋ ከዚህ ሰው የተለየ የፈጸሙት ወንጀል ካለ ወዲህ በሉ።ልዩነት ካላቸው አቦይ ስብሀት ህዝባቸውን አልጨፈጨፉም።
Ali Birra & Abreham Belayneh አሊ ቢራ እና አብርሃም በላይነህ (ዳርም የለው) New Ethiopian Music 2021(Official Video)

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.