Oromiyaa: Haasaa Gabaabduu miseensa ShG.GS.ABO Jaal Saamiyaa Osmaan

Oromiyaa: Haasaa Gabaabduu miseensa ShG.GS.ABO Jaal Saamiyaa Osmaan


Oromiyaa: lola Amma wallagga keessatti jalqabame kana miseensota ODP Addisuu araggafi Taye Dendea fi milkeessa midhagattu itti gaafatama jara kana kan Mootummafi ABO eddutti rakkoo hamtuu uuma jiran yo qabsoon oromoo ufduuba deebites itti gaafatama kan qabu jara,

Galgala kana maqa najootti lolli WBOf waraana mootummaa gidduutti geggeeffamaa ture , WBOn odeeffannoo uummata sara argateen jaraaf adaba kenneera, gooti tokkos wareegamee jira

Abon Dhaabakoo Ganamaati