Oromiyaa: Hawaasni Magaalaa Naqamtee ajjeechaa suukkanneessaa ilmaan Oromoo irratti raawwataa jiru hiriira guddaa gochuun balaaleffataa jira.

Above Single Post

Oromiyaa: Hawaasni Magaalaa #Naqamtee ajjeechaa suukkanneessaa ilmaan Oromoo irratti raawwataa jiru hiriira guddaa gochuun balaaleffataa jira.

Raadiyoo Daandii Haqaa – RDH

“Uummatni mgalaa #Naqmtee wal dhageettii fi karaa naga qabeessaan #AJJEECHAA_NURRAA_DHAABAA!
#GOOTOTA_KEENYA_NI_KABAJNA! jechuun dhaadachaa gaaffilee qabu bulchiinsa magaalaatti dhiheeffachuuf imalaa jira!
#IUOf!”


Mootummaan Naannoo Oromiyaa Ummata keenya Daangaa irra jiru Hidhachiisuu qaba. Dubbiin kun qoosa miti Sabni biraa kan daangaa Oromiyaa irra jiru kan Meeshaa Waraanaa dhaba hin jiru. Mudhii Ofii jabeeffachuun dirqama yaa Sabaa


አዲስ አበባ መቼም ደሴት አይደለችም!በአራቱም አቅጣጫ
ብትሄጂ ህዝቡ እራሱ ይነግርሻል። እንቅጭ እንቅጩን ከተነጋገርን አዲስ አበባ የኦሮሞ ናት::
“ታጋይና አርቲስት ሃጫሉ ሁንዴሳ” በLTV


LTV WORLD: LTV SHOW: እንኳን የቴዲ አፍሮን ሙዚቃ የማሊኒም ሙዚቃ አዳምጣለው………. አርቲስት ሀጫሉ ሁንዴሳ (ክፍል 2)

Below Single Post