Oromiyaa: Guyyaan-Irreechaa 2013 beekkame:

Guyyaan: Irreechaa 2013 beekkame: Mootummaan shira xaxuuf lakkoofsa namoota malkaa bu’anii ni murteessana jedhanii dubbataa jiru.
– Hora Finfinnee: Fulbaana 23
– Hora Harsadii: Fulbaana 24
Mootummaan shira xaxuuf lakkoofsa namoota malkaa bu’anii ni murteessana jedhanii dubbataa jiru. Kuni ammoo kaadree isaanii qofa filanii erguuf waan karoorfatan. Shirri kun fudhatama akka hin qabne Abbootiin Gadaa dura dhaabbatanii jiru. Kanaafuu Oromoon dhangalee bahuu qaba.

Jafar Yusuf – Of Qopheessi – New Oromo Music 2020 (Official Video)

Oromoon Ireechaf Of Qophesee Finfinne Cabsee senuu qaba Akkanatii Kuno share godhaa Dinaa Garaa guba

Baha Oromiyaa keessatti, WBO fi Qeerroo Bilisummaa Oromoo WBO’tti makamuuf bosona seenaa jiran

Goota sabaaf jedhee gidiraa filate!!
Oromoo Jawar, Waaqni si yaa guddisu!!
Abshiir ni bariiti!!


Akka Jaal Dawud Ibsaatti amanamaa taanee wareegama barbaachisu baafna!
Jaalataa Lammiii waan sabboonaa ta’eef hidhame!!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.