Oromiyaa giddu galaa, Laga Xaafoo irra miseensotni ABO hedduun hidhaman.

Oromiyaa giddu galaa, Laga Xaafoo irra miseensotni ABO hedduun hidhaman.

#FreeKutataa Shaffilaa and #Kormilee!
#QeerooBaalee

Caalaa Hayiluu Abaataa


Baaburri Qabsoo Hin Dhaabbatu! ABOn jiraataa dha.


Hiriirri kun lamaan dhaabbilee lamaanif Gindhiritti adeemsifame jettanii? Ajaa’iba Girrisaati .


Oduu Gaddaa
TAARIKUU KENNASAA tarkaanfii Waraana sharorkeessitoota mootummaatiin Guraandhala gaafa guyyaa 19/2020 wareegame.Taarikuun G/Q/Wallaggaa aanaa Sayyoo ganda Walgahii Guddinaa naannoo mana jireenyaa isaatti rasaasa sadiin rukutamee karaarratti gatame.
Lubbuun isaa nagaan haa boqottu!


Oromiyaa giddu galaa, Laga Xaafoo irra miseensotni ABO hedduun hidhaman.
Miseensonni ABO kanneen Abraham Shifarraa, Eefireem Hanbisaa, Jaalata Tolosaa fi kanneen biroo tikoota mootummaa Abiy Ahmadiin qabamanii Buufata Poolisii turan.
Namoonni kenneen badii tokko malee ajaja mana murtiin ala hidhaman.

Dhaloota ammaa irraa wanti qeerroon barachu qabu kessaa
Gootummaaf sabbonummaa qabachuudha.
onnee yoo dhaban sombaatu xiixaa jedhuumiti. lukaa dhabuus gammachu dhaaba kanaf qabu ibsaadhaa akka jiru arginee.galata qabdu.

Abdii Dawud Olf


Abiy Ahmed’s Army

#QEERRO
BILISUMMAA MALEE WANTI NUUF MILKAHU HIN JIRU
KAFAAN HUNDI KEENYA XIYEEFANNAAN KEENYA BILISUMMAA TAHUU QABA BILISUMMAAF DURSA HAA KANINUU


#bilsiginnaa style carraan abiy ahmed ali kun bodden isa salphihaa tahee hafee #abiy ahmed must go

1 Comment

  1. Well, there seems that the Oromo are not doing enough to defend themselves from the existential threat posed from the neo-neftegna, spearheaded by Abiy Ahmed’s PP and “Ezema” government. The Ethiopian government is doing what it has done since its inception and the Oromo people and other marginalized nations of Ethiopia are doing the same. The Ethiopian government unleashes its security forces and military on our people and its cadres run the country like their private fiefdom. No problem at all; no consequences for their misrule. They know that lack of effective leaderships remain the main problems on part of the oppositions. Ethiopian authorities have never had serious consequences for their actions; they have misruled the country and have got away with their crimes.

    Although I attended my last high school physics class decades ago and I am not a physicist at all, thinking about the political relationship between the Ethiopian government and the Ethiopian peoples reminds me Newton’s law of inertia. The law of inertia, if I remember it well, states that “an object in motion continues in motion with the same speed and in the same direction unless acted upon by unbalanced force… This is because there is a natural tendency of objects to keep on doing what they’re doing”.

    Mind you, because there is abject failure on the part of the opposition to take coordinated and decisive measures, apart from throwing out recycled press releases, in response to the gross human rights violations perpetrated by the Ethiopian government, Abiy Ahmed’s administration has continued with what the preceding Ethiopian governments had done for so long. Killing, imprisoning, harassing, robbing and treating the Oromo and other historically subjugated nations of Ethiopia has remained the norm that has defied Newton’s law of inertia. The question is, do the great Oromo people and allies have the determination to rise up in unison and change the relationship, which looks like the relationship between wolves and sheep? Can qeerroo and qarree coordinate their struggles once more and change this ugly relationship for once and for all, or are they comfortable to suffer in the hands of inferior enemies?

    Oromo, qeerroo, qarree and other subjugated Ethiopian nations: understand your potential and work hard in unison and make repression history in Ethiopia.

    Truth, freedom and justice for the great Oromo people and other repressed Ethiopian peoples!

    OA

Comments are closed.