Mootummaan naannoo Oromiyaa fi ABO Ambootti araaraman

Mootummaan naannoo Oromiyaa fi ABO Ambootti araaraman

Finfinnee, Amajjii 16,2011(FBC)- Mootummaan naannoo Oromiyaa fi Addi Bilisummaa Oromoo(ABO) magaalaa Ambootti araaraman.

Sirni araaraa mootummaa naannoo Oromiyaa fi ABO magaalaa Amboo galma walga’ii Yuunvarsiitii Ambootti raawwatamaa jira.

Sirnicharratti hoggansi olaanoo naannoo Oromiyaa, abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, jaarsoliin biyyaa, barsiisonni yuunvarsiitii, dargaggoonni, hoggansi jaarmiyaalee siyaasaa addaaddaa fi jiraattonni magaalaa Amboo fi naannawa ishee argamaniiru.

Sirna araaraa kun kormi qalamee; akkaataa aadaa fi duudhaa Oromootin raawwatamaa jira.

Karaa mootummaa naannotiin Dooktar Milkeessaa Miidhagaan kan argaman yammuu ta’u, karaa ABOtiin ammoo hayyu dureen addichaa obbo Daawud Ibsaan argamaniiru.

Araarichas kan raawwatan isaan lamaani.

Sirnicharratti lolaa fi walitti bu’iinsi dhaabbatee kana booda nagayaan waliin hojjechuuf waadaan galameera.

Waltajjicharratti qabxiileen araraas ifoomaniiru.

Waltajjiin marii araaraa mootummaa fi ABO qopheessummaa Gumii Abbootii Gadaatin magaalaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti Kibxata darbe qophaa’un isaa ni yaadatama.

Waltajjicharrattis koreen teeknikaa rakkoolee siyaasaa mootummaa fi ABO hiiku, kan miseensota 71 qabu hundaa’et ture.

Mootummaa fi Addi Bilisummaa Oromoo rakkoolee gidduu isaaniitti mudatan karaa nagayaatin hiikuuf waliigalaniiru.

Koreen teeknikichaa dheengadda hundaa’e hayyootarraa namoota 11, abbootii Gadaarraa namoota 54, ABO irraa 3, ODP irraa ammoo 3; waliigalaan namoota 71 kan hammatedha


የኦሮሚያ ክልል መንግስትና የኦሮሞ ነፃነት ግንባር እርቅ ፈፀሙ

አዲስ አበባ፣ ጥር 16፣ 2011 (ኤፍ.ቢ.ሲ) የኦሮሚያ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት እና የኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) በዛሬው እለት በይፋ በአምቦ ከተማ የእርቅ ስነ ስርአት ፈጽመዋል።

የኦሮሞ አባ ገዳዎች ያዘጋጀው የእርቅ ስነስርአቱ በአምቦ ከተማ በአምቦ ዩኒቨርሲቲ መሰብሰቢያ አዳራሽ በመካሄድ ላይ ይገኛል፡፡

በእርቅ ስነ ስርዓቱ ላይ የኦሮሚያ ክልል መንግስትና የኦነግ ከፍተኛ አመራሮች፣ አባ ገዳዎች፣ ሀደ ሲቄዎች፣ የሀገር ሽማግሌዎች፣ የዩኒቨርሲቲ መምህራን፣ ወጣቶች፣ የፖለቲካ ፓርቲ ተወካዮች እንዲሁም የአምቦ ከተማና አካባቢው ነዋሪዎች ተገኝተዋል።

እየተካሄደ ባለው መድረክ ላይም በኦሮሞ ባህል መሰረት ኮርማ በሬ በማረድ በይፋ የእርቅ ስነ ስርአት ፈጽመዋል።

በእርቅ ስነ ስርዓቱንም ከኦሮሚያ ክልል መንግስት በኩል ዶክተር ሚልኬሳ ሚደቅሳ ከኦነግ በኩል የግንባሩ ሊቀ መንበር አቶ ዳውድ ኢብሳ ተገኝተው ፈፅመዋል።

ሁለቱም አካላት ከዚህ በኋላ ወደ ደም መፋሰስ እንደማይገቡ እንዲሁም ያለፈውን ነገር በመተው ስለወደፊቱ ብቻ በጋራ ለመስራት በእርቅ ስነ ስርዓቱ ቃል ገብተዋል።

በመድረኩ ላይ የኦሮሚያ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት እና የኦሮሞ ነፃነት ግንባር ዝርዝር የስምምነት ነጥቦች ይፋ እንደሚደረግ ይጠበቃል።

የኦሮሞ አባ ገዳዎች ህብረት ያዘጋጀው የእርቀ ሰላም መድረክ ባሳለፍነው ማክሰኞ በአዲስ አበባ የኦሮሞ ባህል ማዕከል መካሄዱ ይታወሳል።

በመድረኩ ላይም የኦሮሚያ ክልል መንግስት እና የኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) በመካከላቸው የተፈጠሩ ችግሮችን በሰላማዊ መንገድ ለመፍታት በሚያስችሉ ጉዳዮች ላይ መስማማታቸው ይታወሳል።

እንዲሁም የኦነግን የታጠቀ ሰራዊት ትጥቅ ለማስፈታት እና ሰራዊቱን ወደ ካምፕ ለማስገባት እንዲሁም ሌሎች ስምምነት ላይ የተደረሱ ጉዳዮችን ለማስፈፀም 71 አባላት ያለው የቴክኒክ ኮሚቴ የተቋቋመ ሲሆን፥ የቴክኒክ ኮሚቴውም ከምሁራን 11፣ ከአባ ገዳዎች 54፣ ከኦዲፒ 3 እንዲሁም ከኦነግ 3 አባላት ያለው ነው።

በሀብታሙ ተክለስላሴ

FBC (Fana Broadcasting Corporate S.C.)



Tunii Gondarii Mitii Arsii Asallaa dhaa


The Amharic speakers arrogance will give us endurance!
By Rundassa Eshete
We raise our voices and speak against the OPDO when they don’t stand for the truth. Should they reflect honesty and truth, we would have praised them.

Yes, we must refrain from exaggerating our differences especially when they occur an intensionally but when despair and hopelessness take root because of what Abiy and his followers are doing, we speak-out knowing that their actions will affect much of our society’s lives so negatively.
Surely Abiy’s Ethiopia do not welcome us, the Oromo, because she dose not lament the loss of our traditional faith, culture, language and self-worth. Feeling this alone have already produced loss of hope, which was in such short supply anyway.

One may ask, does hope really matter, or is it merely an antique virtue?

Without having hope that someday afaan Oromo will become the national language of the sick empire, we live only to lubricate the cranky bones of old Ethiopia. Without hope to have a say in our own affairs, we see ourselves forgoing everything we are in order to preserve the Amharic speakers superiority.

Without hope to see the return of the shattered part of our identity, we only see the Amharic speakers idealism souring into anew and thereby nullifying all our efforts.

As Abiy Ahmed affectionally work to secure the Amharic speakers superiority, we sense the chill in the air, the loss of hope surging in our minds with intensity. The diminishing sense of wining our freedom produces senses of shame, spurring sharp feeling of anger in us.

The arrogance of this Tigre colonel, who is morally adrift, yet, naive Oromians strutting celebrity, whose outer boldness camouflages his inner emptiness sadness us a lot.

As this man trivializes the Oromo values, his Habasha advisors receive a flow of immense pleasure and those of us who despise the Habasha arrogance anguish over what could happen to the unborn Oromo, who cannot speak out against the Amharic speakers evil today.

Worse, we weep over OPDO’s bombardment and shooting of the Oromo children whom they often call Shifta, Waan-bade etc.

Killing has been the remedies the rulers of empire Ethiopia offered us and OPDO’s actions resemble our past that constantly interact with our current.

Just as Yohanis, Minilik, and Hailesilase’s actions went together, so do Malasa, Hailamariam, and Abiy’s actions.
All these things being what they are, Abiy’s efforts anchored in making the Amharic speakers identity so grand may not be realized because the Amharic speakers arrogance will give us endurance even amid the wreckage of such proximate hopes. It will keep us “anxiously engaged” in fight for our freedom.

Rundassa Ashetee ti


Marii Araaraa ABO fi PDO gidduutti irra gahameen, kan mo’ atu, ummata Oromoo ti. Sababni isaas:

PDOn dirqama biyya bulchuu of-harkaa qabu. Oromoo fi Oromiyaan nagaa argachuun, ittisa jabaa dhaabbachuun PDOf faayidaa guddaa qabaata; ce’umsa amma keessa jirru fullaasuufis nu mara gargaara.

ABOnis sababa WBOn mootummaa waliin aklka walitti hin buune gargaara. ABOn durayyuu WBO kan ijaare ittisa Oromoo gochuuf malee, ittisa dhaabichaa gochuuf hin turre. WBOn hojii ittisaa hojjata; ABOn hojii siyaasaa gaggeessa. Kun ifatti ABOfis hojii salphisa.

Abbootiin Gadaa keenya gahee biyya nagaa taasisuu, araara buusuu fi guddina argamsisiuu keessatti qaban akka jabeeffatan gargaara. Sabni ofiin rakkoo isaa hiikkachuu akka danda’’us fakkeenay gaarii ta’a.

Dhugaan kun ifatti argamaa jira. Garuu, karaa warra PDO waanti amma deemaa jiru gaarii hin fakkaatu.
Fakeenyaaf, har’a gaazexeessitoota OBN waamanii HD ABO ibsa waraani haa galu jedhu akka kennu ummanni dhiibbaa godhuu qaba; yaada ummataa jedhaatii magaalota adda addaa irraa nama qopheessaa miidiyaan dabarsaa jedhaniin.

Borus Ambotti Abbaan Gadaa waraana ofii hin ijaarre galchuu hin danda’u waan taheef, Daawod ammuma miidiyaatti bahee waraanni ba’aa kaampiii galaa; haa jedhu jechaa jiru.

Kun hunda keenya hin gargaaru; amma araara kan buufnu ololaaf miti; araarri kan bu’u Nagaa Oromoof! Marii nagaa keessatti qaamni marti kan harka kennan nagaa buufuuf malee walcabsuuf miti; kun fageenyaan hubatamuu qaba; dhugaan nama hunda fayyisa!

Araaraa fi nagaaf haa dhaabbannu; loogiin as keessa hin jiru; yoo jiraates faayidaa ummata keenyaaf qofa ta’uu qaba; nagaa fi araaraan ta’uu qaba!! Iddoo amma geenye irraa fuuldura tarkaanfachuun nu maraaf Fayyina; jabina; Boonsaa dha!!

Horaa Deebanaa!!

Dábessá Gemelal

Dhimma WBO fi Abbootii Gadaa

Dhimma WBO abbootii gadaatifi uummata Oromootti dabarsanii laachun, gaafatama baqachuu miti, gaafatama qooddachuudha malee! Abbootii gadaas rakkisuu miti, caalatti sirna gadaa aangomsuudha malee. Dhimma kanas ka jalqabe hooggana ABO hinturre, Gujitti isaantu eegale. Kaleessa illee, “tooftaa sanatu caalaatti bu’aa fide, gama Abbootii gadaa Gujiitin, miseensa WBO 30 tahu qe’etti deebisne.” Jechaa hinturree, Alamuu Simee?
Gaafasis nuti kan mormine,”dhimmichi maalif hooggana WBO ka Finfinnee jiru waliin osoo hindubbatin, waraanatti gadi bu’a?” Jenneeti mormine malee, dallaalummaa namoota tokko tokkooti falqine malee, “Abbootin gadaa maaliif araaraa keessa seenan?” hinjenne.
Har’a immoo dubbii sirna qabattee dhufnaan, ulfaan biyyaa kabaja WBO maluun dubbatee, imimmaan coccobsaa kadhatee jennaan, du’as taatu waliin dhumnaaf waadaa gallaan, humna uummataa kana uummataaf dabarsuuf waadaa galle. Abbootiin Gadaa, Gujiitti WBO yoo qe’etti galchan sirrii ta’ee, dhihatti yoo mooratti galchan maal badiin? Waraana “hiikkachiisun” aangoo mootummaa qofa yoo ta’e, Gujiifi Booranatti tumsi Abbootii gadaa maaliif gaafatame? Maaliif faarfame, galateeffatame?

ABOn waraana uummtaa kan bilisummaa uummataatif ijaarame, gumaacha uummata tin utubame,gama abbootii gadaatin Uummatatti yoo deebise, maal badii isaa?
Waa hundaafuu, boru Ambootti mariin Araaraa itti fufa.Nutis gama keenyan ni hirmaanna, jijjiiramni yaadaa yoo jiraates, achittuu agarra!
Gama kootiin, Waaqni Orom uume, ka gidiraa saba kanaa argu, kadhannaa gara-fayyootaa ni dhagaha jedheen amana. Rakkoon tunis dhihootti ni furamti jedheen abdadha. Marii boruutifis milkiin hawwa!
Horaa bulaa!

Dábessá Gemelal

#Abbichuun_Kaardii_keelloo_Luqqise
————-
Ambaasaaddaroonni Biyya Ormaa Hujii Biyyaafii Uummataaf Deemanis Isaan Garuu Akka Nama Bashannanaaf Deemee Shashaa Jechaa Jiraachuu Isaanii Balaaleffatanii Haala Akkanaa kana Amma Booda Mootummaan Bira Darbuu Hin danda’u Ja’aniiru.

Oromia Bloggers Network


Dr. Alamuun haasaa isaa gaafa araaraa haasa’e keessatti waraannni Gujii turan waamicha Abbootii Gadaa dhaga’anii galan jechuu isaa dhagaheen ture. Har’a maaltu ta’ee????????

“Dhimma WBO abbootii Gadaa fi ummataaf dhiisnerra jechuun fedhii araara dhabuu ABO muul’isa” jedhan itti gaafatamaan Waajjira Giddugaleessaa ODP/OPDO Dr.#Alamuu #Simee.

Dr. Alamuun ibsa har’a Shaggar FM’f laataniin abbootiin Gadaa jaarsa ta’anii araarsuu malee hidhannoo hiikkachiisanii waraana kaampii galchuu hin danda’an jedhaniiru.

Lelisse Wodajo

ONN LIVE:Marii Araaraa ABO fi Mootummaa Itiyoophiyaa Gidduutti Abbootin Gadaa Oromoo Qopheessan