Site icon Kichuu

Oromiyaa: Bulchiinsi Mootummaa naannoo Oromiyaa,

Oromiyaas

Oromiyaa: Bulchiinsi Mootummaa naannoo Oromiyaa,

bulchiinsi Mootummaa Federaalaa dr Abiyis Finfinneen kan Oromoo ta’u haa mirkaneessan.
OMN MARII FINFINNE IRRATTI ODP LABSA BASEE february 23/2019
„Goonkuma nabsee ta‘a male Finfinneerratti waldhiisuun hinjiru“
Harmee Oromootu akkas jedhe.


ሶህዴፓ በመቀሌ ከተማ የባለቤትነት ጉዳይ ላይ ጠንካራ አቋም እንዳለው አስታወቀ¡

“መቀሌ የነዋሪዎቿ እንጅ የማንም አይደለችም፡፡ መቀሌ የነዋሪዎቿ እንድትሆን እና አግላይ አመለካከቶች እንዲወገዱ በትኩረት እንሰራለን” ሲል ሶህዴፓ አስታውቋል።

Girma Gutema



ከ4ኛ ክፍል የአካባቢ ሳይንስ መፅሀፍ የተወሰደ …
#ሰምታችኃል_ብአዴን_ወዘተርፈ!


Finfinnee

“Paartiin naannoo Amaara bulchuu ADP fi paarti mormiitun naannoo Amaara ABN dhimma Ummata Amaara fi nannoo isaani Amaara irratti waliin hojjechuu irra darbanii Dimma Lafa Oromoo Finfinnee irrattii haala waliin hojjeta jirantu jira.

Kanaaf warri kan keenyas dhimma Oromiyaa irratti Osoo walii galanii hoggansa ODP’n harkaa qabdutti fayyadamanii Ummata nannoo Finfinnee meesha hidhachiisanii abbootii Qabeenya Oromoo godinoota fi Aanota Oromiyaa keessa jiran dadammaksuun Finfinneefi nannawaa Finfinne akka arriitin misoomsan, akkasumas Diyaasporaan Oromoo nannoo kanatti mana jireenya fi bakkeewwan daldalaa irratti invest godhee yoo ofii as jiraachu Baate illee firoota fi Oromoota akka isaaf carra Hojii umuun nannoo Finfinnee fi finfinnee magaala Oromoo gochuu qabu. Kana achitti Osoo Oromiyaan miilla tokkoon hin dhaabatin Osoo diinnii itti bookkisuu paartiiwwan Oromoo Oromiyaa dirree dorgommii goona jedhanii Yaada uummataa gargar hiru taanan diinaf karaa banuu taati. Kanaaf seena darbeen wal qoccoluu irra Oromoof Oromiyaaf seena jabaa hin raafamne waliin nuuf hojjedha. Oromummaa fi Oromiyaan waa hunda haa dursu.”


Challenge IV: Lack of clarity of vision, cohesion, and strength of conviction
Tsegaye Ararssa
If EPRDF lacks organization and clarity of vision that is needed to facilitate the transition, the other political parties lack cohesion and a strength of conviction even to put meaningful pressure on the former.

Most of these parties seem to suffer from the aftereffects of long years of repressive rule, incarceration, and banishment to exile.

To date, most of the parties that came home from exile seem to seek a client-patron relationship with OPDO-EPRDF.

Their mode of operation seems to have changed from politics of resistance to politics of influencing the PM through self-ingratiation.

In a bid to have unhindered access to the PM, their choicest statement has become “we support the reform and the OPDO-EPRDF leadership.”

To that extent, they seemed to have lowered the bar to accept the OPDO-EPRDF as the standard bearer of the work of democratization in Ethiopia.

Instead of leading and empowering the protesting public in preparation for the democracy to come, they generally have resigned to sitting back and following whatever cue is being given to them by OPDO-EPRDF on what course to follow.

This is where you see the revolution becoming the victim of its own success.

~Excerpts from WHAT WENT WRONG, WHERE?

#Reset_Revise_Revive!


OMN: Koonfaraansii Waldaa Dubartoota OROMIYAA damee Finfinnee(Gur. 24, 2019)



ESAT Eyerusalem With Habiba Siraj and Admasu Fri 22 Feb 2019


Ethiopia: ዘ-ሐበሻ የዕለቱ ዜና | Zehabesha Daily News


አዴፓ በአዲስ አበባ የባለቤትነት ጉዳይ ላይ ጠንካራ አቋም እንዳለው አስታወቀ፡፡

Ajajaa WBO Zoonii Kibbaa Goollicha Dheengee
”Xalayaa fuula tokkoon qabsoo diignee galuu hin dandeenyu” jedha.
Sirba Haaraya Raayyaa Studion hojjatame kana Share waliif godhaa!!

WBO n ammas rakkini yoo umame akkaa bosonati debi,uu ibsuu Warani bilisuma Oromoo 💚
Ethiopia – ሲሳይ አጌና ምርጥ እና ሚዛናዊ ጋዜጠኛ ነው አዲስ ” አበባ የሁላችንም ናት”

Exit mobile version