Oromiyaa Boorana magaalaa Moyyaaleetti, Liyyuu ayilii Sumaalee akkanni boonbii dhukaasuuf jirutti uummanni qabanii jiran.

 Oromiyaa Boorana magaalaa Moyyaaleetti, Liyyuu ayilii Sumaalee akkanni boonbii dhukaasuuf jirutti uummanni qabanii jiran.

Shororkeessaan kunis hardha qeerroon harkaaf harkaatti bombiin qabame, aanaa Mooyyalee ganda 01
Namichi Guyyaa hardhaa boombii darbuuf osoo yaalii godhuu qabame kunooti.
==============================
This terrorist also cought red handed today in Moyale district at 01 Ganda.

Vivaa qerroo moyallee!!!