Oromia-wide peaceful demos called for today in solidarity with political prisoners on hunger-strike

Oromia-wide peaceful demos called for today in solidarity with political prisoners on hunger-strike


Gabruummaa fi sirna abbaa irree ni Qulqulleessinaa!
Oromiyaan keenya sirna gabroomfataa fi abbaa irree irraa of qulqulleessuuf bor ganaman beellama qabateettii. Qeerroo fi qarreen keenya dachee Oromiyaa irraa kosii haxaawuuf qophii xumureera. Kosiin sunis sirna abbaa irree mucaa keenya Hacaaluu nyaateefi hoggantoota keenya hidhee dha.
Samuel Bekele


Hiriira deeggarsa MCBO fi Mormii sirna PP❗
#Shaashamannee keessatti hiriirri deeggarsaa MCBO fi mormii sirna PP gaggeeffamaa jira. Hanga galma geenyuttis duuba hin deebinu.
Ka’i Qeerroo❗
Qeerroo is Power❗
Wabiin nagaa lammiilee Oromiyaa MCBOti❗
Qeerroo Intelligence Group


Tarii si ajjeesuu danda’u ykn si hidhuu danda’u, ati garuu Seenaa hojjatteen onnee Oromoo keessatti gootummaadhaan galmooftee yeroo mara yaadatamaa jiraatta.

OMN: Hiriira Mormii