Oromia: Oduu Injifannoo WBO oduu dabalataa!

Oromia: Oduu Injifannoo_WBO_oduu_dabalataa!
 
WBO miseensota kumaandoo humna Addaa Poolisii Federaalaa 29 ajjeese!
Tarkaanfii Waraanni Bilisummaa Oromoo WBOn godina Horroo Guduruu Wallaggaa, maagalaa Finca’aa biratti fudhateen kanaan humna kumaandoo Addaa poolisii Federaalaa battalumatti ajjeesuu FSM mirkaneeffatee jira.
 
Dabalataan,meeshaalee waraaanaa akka sniper fi Bireenii dabalatee qawwee Kilaashikoov hedduun rasaasa waliin booji’amuu isaa ragaan suuraan deeggarame nugaheera.
Dhimma lola Oromiyaa keessaa irratti waldiddaan Kaabinee Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti uumamuu kaleessa gabaasuun keenya ni yaadatama.


መሮ ሞታል


የኢትዮጵያ እና ኢትዮጵያንዝም

Eenyutu Yakkamaadha? Jawarfaadha Moo OPDO Akka Alamuu Simeeti?


OMN: Abbaa Irrummaa Abiyyii fi Sochii filannoo – Turtii Dr. Gizaachoo waliin (Mud 28, 2020)

Keekiyyaa Badhaadhaa- Barraaq – New Ehiopian Oromo Music 2020(Official Video)

Urgeessaa Isheetuu-Mataabee New Oromo Music 2020 (Official videos)