Oromia News Network – ONN: magaalaa Amboo keessatti falmaa




Oromia News Network – ONN: Amboo-(Amboo, 26 Onkoloolessa 2017) Oromiyaa giddugalaa, magaalaa Amboo keessatti falmaa kaleessaa eegalee Qeerroo fi Agaazii gidduutti taasifamaa jiru keessatti Qeerroon tokko har’a wareegame.

MAddi Oduu ONN Amboo keessaa akka ibsetti, yeroo ammaa falmaan guddaa gaggeeffamaa jira.
Falmaa kana keessattis Qeerroon Oromoo, Ashabbir jedhamu, dhukaaa waraana Agaaziin wareegamee jira. Namooti biroon madaa’anis jiran.
Haala kana ilaalchisee Gabaasaan keenya gaaffii fi deebii gabaabaa Qeerroo Amboo waliin godhee jira.



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*