Oromia Media Network’s live : Undeclared war in Oromia by TPLF!
WaronOromia-“Humni warra Nagellee,Yabelloo, Hiddii lolaa , Megga, Dubulluq Dilloo, Taltallee fi Areeroollee nu duubaan hiriree dhufaa jira. Garuu makkalaakayaan amma ollaa nu boojine keessaa akka baanu gochaa jirti. Ammaaf, alaabaa opdo keessa dhabbannee jirra.”
UrjiiBooranaa
Via: Dhábasá Wakjira Gemelal
GootaOromoo– Kan milishaa OPDO otuu daangaa Oromiyaaf falmuu humna weerartuu Liyyuu poolisii sumaaleetiin rukutamee du’e. OPDOn daangaa Oromoo ittisuu fi kabachiisuu irratti ajjeefaman, urjii diina keessaa argaman. gootota Oromoo ti; Kabajaan wareegamtootaa isaaniif mala!!
Seenaan isaan yaadata!!
UrjiiDiinaKeessaa