:Oromia Media Network: Hiriira UK Magaala London yeroo 5ffaa

Hiriira UK Magaala London yeroo 5ffaa


Hiriira mormii marraa 6ffaa Hawaasa Oromoo Koloraadootiin. Waadaan waadaadha qabsoon keenna hanga bilisummaatti itti fuufa.


#OromoProtests for the 5th Round in London, United Kingdom
#FreeAllOromoPoliticalPrisoners
#JusticeForHacaaluuHundeessaa


Mee Namiichii ku dura Wahe Gumma dubachudhaf Gummaa Enyuu walin akka qabanu fi enyuu walin Akka hin qabane bekku qaba Oromoo diinaa walin Gumma hin qabu hubadhuu mottummaa Naannoo oromiyaa ofin jecha Enyuu walin akka gumma qabanufi hin qabane hin bekku inni bira tokko ABO fi Partiin biyyaa bulchiina ofin jatu tune namnii isan walin hasawaan lamma magarsaati essa kutte inni Yaa oromoo hubadha OPDo Irraa harkaa 100 Tikre irraa wayya Nama Horii Akka Ummata Aangorra

Jiruufi Aangoo Walii Hiree Kana Arggee
Hin Beeku Kijibdoota Qe,ee Warra Gumaa
Jattaniisa Eenyu Warri Manguddummaa
Ergatee Warri Gumaa Kan Isin Jattan Sun
Isiniifii Warra Isiin Erggataniis Caantaadhaa
Isin Dhiitanii Bakka Irraa Dhufanitti Dachaasan
Sun Buufaa Kijiba Silaa Guyyaa Guyyaan Leenjii Fudhattan Ee Magan

Adem Misoma

Abdii OROMO fi OROMIYAA

Theses are enemies of Oromia