Oromiyaa-ODP !! Namonnii Kanaan Dura Oromoo Nyaachaa Turan Gara Aangootti Debi’aa Jiran.

Oromiyaa-ODP !! Namonnii Kanaan Dura Oromoo Nyaachaa Turan Gara Aangootti Debi’aa Jiran.

Mucaan Kun Wodwoson Jedhama Sabaan Tigree dha Dhalotaan Ciroo.Haramayaa University Baratee Mucaan Kun Gaafa Haramayaa University Turettii Basaasa Hamaa Qabsa’oota Oromoo Hedduu Nyaachisaa Ture Keessafuu Oromiyaa Keessatti Dhalatee Afaan Oromoo Waan Bekuuf Saboona Fakkatee Ijjollee Hedduu Galafachaa Ture.Maqaan Isaa Wondosson Mekonen Jedhama garuu Maqaa Jijjiratee Eebbisaa Mokonin Godhamee Torbaan Darbee Finfinnee Bulchiinsa Magalaa Kolfee Qaraaniyoo Aannaa 10 Irrattii Itti Gaafatamaa Waajjira Hirmannaa Ummataa Irratti Muddamee Jira.
Namonnii Kanaan Dura Oromoo Nyaachaa Turan Gara Aangootti Debi’aa Jiran.Ijjolleen Haramayaa University 2005 haga 2009 Baratan Sirritti Beekan Mucaan Kun Iddo Kana Ka’uu Qaba.

Shamshadin Taha