Opening at the 4th International Conference on Oromo Studies in Jimma University

Opening at the 4th International Conference on Oromo Studies in Jimma University Conference Center.

Kora Idil_Addunyaa Qorannoo Oromoo 4ffaa Yunivarsitii Jimmaa

Opening at the 4th International Conference on Oromo Studies in Jimma University Conference Center.

Opening at the 4th International Conference on Oromo Studies in Jimma University Conference Center.

Opening at the 4th International Conference on Oromo Studies in Jimma University Conference Center.

Opening at the 4th International Conference on Oromo Studies in Jimma University Conference Center.

Sagalee Bilisummaa Oromoo

Kora Idil-Addunyaa Qorannoo Oromoo 4ffaa Yunivarsitii Jimmaatti geggeeffamaa jiru.

Hayyuu Gameessa Nama Profeser Mohhamed Hassan Kora Idil Adduunya Qorannoo Oromoo 4 ffaa irratti Jimmaatti Yeroo jalqabaaf wol argine . Hayyoota umrii isaani guutu Saba kanaaf Kennan keessa Profeser nama sarara jalqaba gubba jiru keessatti . Isaani arguu koottif Gammachu gudda qaba . Sagantaa kana gubbatti Hayyootta akka Pro Mekuria Bulchaa , Pro Asmerom Leggese , Pro Maraara Guddina , Dr Gemechu Magarsaaf Hayyoon biyyii keenya qabdu hedduun argamaniiru .

Hayyoota keenya Rabbiin Umriin nuuf Haa Tursu

Hamza Borana