OPDOn Muka ofirratti muruu eegalaa jirti.
Isinoo eessa turtan yeroo wayyaaneen uummata keenya ajjeesaa hidhaa fi biyyaa har’aa turte. Akkasumas eessa jirtu gaafa Abdi Illee uummata miliyoona 1 ol buqqaasu?
JENERAAL BIRHAANUU JUULAA MAAL JEDHAN?
========================================
[OBN 02 11 2010] Ummanni dallaaltota jijjiirama dhufe gufachiisuuf hojjetan saaxiluu qaba jedhan,Raayyaa Ittisaa biyyatti Itti gaafataman Opireeshinii waliigala Jeneraal Birhaanuu Juulaa turtii OBN waliin taasisaniin.