OPDOn Midiyaa ESATtiif Deegarsa Qarshii Milliyoonaa 10 Kennitee
Akkumaa Beekaamuu OPDOn Oromoo Ajjeesisuu Fi Hisiisuu Ergaa Egaltee Waggaaa 28 Lakkoofsiiteeti. Haraas dhiigaa Oromoo Dhuugu Kan Hin Qufnee OPDOn . Yeroo Garaagaraati Dinnootaa Oromoo Fanaa Hiriiruun Badii Cicciimaa Oromoo Irraan Gahaa Jirtii.
Haalumaa Kanaan Dhiheenyaa Kanaa Ammoo Ilmaan Naftaanyootaa Oromiyaa Fi Oromoo Diguuf Booban Jalaa Galuun Midiyaa Isaanii Jibbinsaa Oromoo Afaarsuus Qarshii milliyoonaa 10 Kennuu Ishee Midiyaan ESAT gabaseeraa. Qabeenyaa Oromoo Akkuumaa Barbadee Gochuun Kan Bekkaamtuu OPDOn Baraa 2007 Qarshii Mil 10 Tigreef Wayyaanneef Kennnuu Ishee Ni Yadatamaa Ammaa
Ammaas Ergaa Wayyaannee walliin Walliitii Butee Nafxaanyootaa Oromoo Nyaachuuf Wixxiiffaatan Jalaa Galuun Qarshii Kanaa Direekteeraa ESAT Abebe Gelaw Harkaa Fudhiinsaa Rawateera .Waali Galtee Kanaa Irraatii Duraa Ta’aa OPDO Abiy Ahmed Fin Lammaa Magarsaa Argaamaaniruu. Yeroo Walhaarkaa Fudhiinsa Suuraa Ka’aan Keessaa Tokkoo Asii Gadiiti Laaluu Dandeessuu!!!
Qarshiichiis Ooloolaa ABO irraatii Oofamuuf Akkaa olluu Gazeexessaa Ermias Legesse Dubaateraa
Dhuugaan Jirtuu Kanaa!!
Dinnii Oromoo Enyuu
===
1 OPDO
2 Nafxaanyaa
3 Wayyaannee
Finfinne Oromiyaa
Beekan G Erena
WBO irratti tarkaanfiin akka fudhatamu #OPDO murtii dhumaa dabarseera!
Are they going to succeed? The Neftegnas are working hard to divide Oromo and weaken Oromia! – https://t.co/C04iZlWfzh pic.twitter.com/vEUheRSoqF
— Kichuu (@kichuu24) December 23, 2018
Suuraan kun waggaa 3 dura nubira dhufee ture; erga hardha gadi yaasaniiti kunoo nutis gadi baafne.
ONN-TVOMT: Qophii Dooyaa Keeysummaa keeysaat wayta Sirni Cabu Abbootiin Gadaa Maalif Cal’isan? Mudde 24-2018 – https://t.co/NXM54F2Jgv pic.twitter.com/jnSygcPoln
— Kichuu (@kichuu24) December 24, 2018
Yakkamtoota seeraaf dhiyaachuu qabuutu Seera kabachiifna jachuun waraana wayyaanee ummata oromoo fii gaachana oromoo WBO irratti bobbaasee shorarkaa – https://t.co/nmfEBqStdl pic.twitter.com/CyXLeqGU6X
— Kichuu (@kichuu24) December 23, 2018