OPDOn isaan kana warra alaabaa akaakilee fi abaabileen isaanii itti dhuman qabatanii Oromoo fi Oromiyaa malee jedhan , ABO fi Alaabaa keenya malee kan biraa hin feenu jedhan

Above Single Post

OPDOn isaan kana warra alaabaa akaakilee fi abaabileen isaanii itti dhuman qabatanii Oromoo fi Oromiyaa malee jedhan , ABO fi Alaabaa keenya malee kan biraa hin feenu jedhan , sabboontota dhugaaf du’an , warra qarshii fi mindaa gaariin; aangoo fi badhaadhinni isaan hin gowwoomsine kana haaltee moggaatti dhiistee eenyuun bulchuufi abjuu abjootti?Faajjii Dhugaa

Rasaasa Agaazii itti roobu onnateeti Qeerroon faajjii isaa akkanatti mirmirsaa ture! Lafa hin dhufne lafeen malee !!


Qeerroon tun Harargee Lixaatti l alaabaa tana harkaan tolchitee osoo dhaabduu Harargee Lixaatti rukutamuu isaanii yaadadha. Madaa qabna. Nun korrooxinaa !!Jawar Mohammed

Below Single Post