Waraabessa lafti itti barii’e jechuun kana. Milkeessaa Miidhagaa, fresh OPDO, osoon saamee fi

Waraabessa lafti itti barii’e jechuun kana. Milkeessaa Miidhagaa, fresh OPDO, osoon saamee fi

 


Waraabessa lafti itti barii’e jechuun kana. Milkeessaa Miidhagaa, fresh OPDO, osoon saamee fi nyaadhee qarbata koo/garaa koo/ ol hin kaafatin ABO wajjin araarrii yoo bu’e anaaf rakkoodha jechaa jira.

Hiikkaa qabsoo hin beeku garuu galaa fi ganama qabsoo, qabsoo keenyaan kana fidne, kana goone, …. nutti xibaaruu yaala. Ololli isaa guyyuu balaaleffannaa ABOti. Maaliif laata? Mee warri keessa beektan irraa nuu qicaa waa’ee Wangoo Hoolaa keessaa kana.

ABOn galuun mirkana, Milkeessaa Miidhagaa eessa lixxa laata?


Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Gannatiitti Alaabaan ABO uummataafi Qeerroo dargaggoota Oromoon bifa kanaan dhaabameera. Uummatni Oromoo ABO nu haa bulchuu bilisummaan kednyaa nuuf haa labsamuu jechaa jira.

1 Comment

  1. The return of OLF is not a horror story for Milkeessaa Miidhaqsa or OPPO for that matter. It is the bigining of exercising multi party system in Oromia which is essential element for democratic governance if OPPO mean what it says. This is an opportunity for them to show their competitiveness to survive as political organization if not they will disappear from geographical map of Oromia without a single bullet from OLF.

Comments are closed.