OPDO must go !! Down down Col/Abiy Mahammed with EPP/EZMA!!

Above Single Post

OPDO must go !! Down down Col/Abiy Mahammed with EPP/EZMA!!

#Oduu_Ammeetiin! Hiriira fi Daandii Cufuu Qeerroo itti fufeera! Salaalee Daandiin Cufameera Sochiin hundi 100% dhaabbateera! Dhaadannoo,
1. Barattoonni Oromoo hatattamaan gara Oromiyaa deebi’u qaban,
2. Afaan Oromoo Afaan Hojii Federaalaa goona jacha Amaariffa Akka Oromiyaa keessatti afaan 2ffaa Hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’u ni mormina, kun nu Oromoo sobuudha dhaabbachu qaba,
3. Paartii PP Diina ummata Oromooti,
4. Keeyyata 39 akka Hojii irra nu ooluu barbaanna,
5.  Command post Wallaggaa Gujii Boorana irraa hatattamaan kaafamuu qaba,
6. #Dhaamsa; ummata Oromoo hundaaf nuti Qeerroon Salaalee Tokkummaa kaaneerra qabsoo hanga mirga Abbaa biyyummaa keenya Mirkaneeffannu..Kanaaf Ummaatni Oromoo Bahaa, Dhihaa, kaabaa, Kibbaan kaanee Tokkummaa qabsoo akka itti fufnu Dhaamsa Oromummaa dabarsina..Fi..kkf” Dhaadannoo fi Dhaamsa Qeerroo Oromiyaa Salaalee irraa
#SHARE Qeerroo Salaalee #Galatoomaa 


Dargaggoo Obsa Mohammed kan Liyyu hayiliin Nannoo Somalee dhoftee wagga (2) oliif Hospitala Yakatit 12 Magaala Finfinnee ciisaa ture gargaruuf Akka Barattoota Oromoo #Yuunivarsiitii Finfinneeti xiqqoo isaan Qaban irra Walitii Guree dhaqnee lallee ture .

#Eng– Taakkalaa Uumaa Mucaa liyyuu hayliin Abdiilee Rukuttee qaama laamshessite Obsaa Mohammed hoospitaala Yakkaatit 12 tti daawwachuun mana jireenyaa finfinnee keessaa Kennaniif jechun dhaga’e waan Gariidha .
Bayyee Galatoomi Jechun Barbada. Akkana kunoo Oromoo Sabboonumma Qabduu. Mucaa kana hospitaala Sanitti dhaqne laaleen ture abdii nama kutachiisa! Yeroo Muca kana Laala ture baratan Oromoo tokkoo kan Yomiyyu hin Daggane Obboo Liiban Abdii Waariyooo waan Qabuu Mucaa kanaf kanee Yeroo Kishaa fixaxuu Uffata Isaa Of irra Basee kaneef demee.
Liibaan Koo Atis galatoomi nuf jiradhuu.

Mohammed Ahmed


ONN: Sadaasa 19, 2019. Gabaasa Addaa: Miidhaa Suukaneessaa Barattoota Yunvarsiitii Dabra-taabor irra gahee fi Ajjeechaa Dhiha Oromiyaatti Waraana Mootummaatin Raawwatame ilaallatu.


#Inbox
#Oduu_Ammee

#Wallagga_Bahaa Magaalaa Qoqqoffee
Barattoonni mormiisaanii dheeggasifachaa jiru. Oromiyaa hundaa keesatis mormmi addaan hin cinnee godhamuuf qophiilee irra akka jiran Qeerroon nuf, gabaasee jirra yeroo xiqqaa keesati siinf dhiyeessina .Qabsoon Oromo karaa irra badee karaa irratt deebisuu dirqama tahee argame jirra.

Oromon abba biyyatti !!#Down down Col/Abiy Mahammed with EPP/EZMA!!

#Down down OPDO !! #Gafiin Oromo deebi’uu qaba !! #Baratooni Oromo biyaa hormatii galuu qabuu !!

#Anis Baraata dha !!

OPDO must go !!
IUOf !!


#Mattuu_Yuuniversiiti
“Mattuu Yuuniversiiti keessati guyyaa har’a barattootni naannoo Amhaararra dhufan kutaa kaaffee keessati cuubee/knife/ dhan Addee Sintayyoo, hojjeetu kaaffee, waraanannii jiran. Ammaa hospitala galte jirti. Waraana Mootummaa tiin eegamaa namoota oromoo ta’an waraannun kun waan aja’iibati. Oromoon dammaaqu qaba. Kana booda akka nu komaanne jedhan. Garee MB.”Tsegaye Ararssa


Iluu abbaaboora waatu jira.20/2019

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.