OPDO diaspora is selling oromo struggle to TPLF while Qeerroo is fighting




Henok G.Gabisa ….this is how he look. Qerroo is fighting for Oromiyaa he is dancing with the killers. OPDO diaspora is selling oromo struggle to TPLF

Ijoollee dhuguma suurii kun mana hidhaa biyya keessaa dha namni wayyi achii dha nan jedhe ……?

#Oromoprotest Oduu Gaddisiisa
guyyaa har’aa sirnaa awalchaa Gootichi dhalataa Go/Sh/Kibba Lixaa Aanaa Ammayyaa naannoo Dallidaak barataa mana barumsa qophaa’ina Gudar kutaa 11ffaa otoo baratuu hiriira mormii irratti reebicha hamaa loltoota mootummaa wayyaaneetiin mataasaa irratti raawwatameen lubbuun isaa wareegame kun hospitaaloota Amboo, Walisoo Luqaasi fi Finfinnee Paawoloositti yaalamaa erga turee booda addunyaa kanarraa guyyaa har’aa boqoteera. Barataa baayy’ee barumasan cimaa Kan dhabe maatii fi hiriyoota isaa qofa otoo hin taane Oromiyaa guutuudha. Kan gumaa sabaa nyaatu OPDO dha. Kan gumaa gootota qabsoorratti kufanii baasu qeerroodha. Maqaan isaa kan Salamoon jedhame akka Bilisummaa Ragga’aa Faantootti nuuf sirreeffadhaa dhiifama wajjin. Sirni boochisaa isaas diddaa fi dhaadannoo qeerroon taasisaniin haala kanaan raawwateera. matiif firootan isatiif jajabiina rabiin hakenuuf bayyee gaddinee jira qabsawan kufus qabsoon isaan jalqaban karatii hin hafuu itti fufa

Massii Sanyii Fayisa Lelisaa added 4 new photos.

September 20, 2016

“Sayyoo Mokonnin: Kuwaasaa * NEW * 2017 Oromo Music”