ONN:Waamicha Hoggantoota GGO Irraa Ummata Oromoof dhihaatee kutaa 3ffaa fi kan xumuraa.Amajjii 6-2019

ONN:Waamicha Hoggantoota GGO Irraa Ummata Oromoof dhihaatee kutaa 3ffaa fi kan xumuraa.Amajjii 6-2019

DR . BALLINNAA TARFAASAA hayyuun akka keessan otuu OROMIYAA BULCHEE silaa eebbifamtoota taanaa turreeyyu.
Garuu immoo warrii hubanoo akkanaa hin qabne, hayyoota hubanaa qaban dhageefatuun waa hubatuun ilaalcha ofii sirreefatuun imalu otuu qabaniyuu FAALLAA kanaa imalaa jiru.
Hubannaaf yaada keesaniif guddaa galatoomaa


ONN LIVE : SBO AMAJJII 06,2019. Oduu, Yakka waraanaa mootummaan EPRDF jiraattota Godina Gujjii Bahaa fi Godina Qellem Wallaggaa magaalaa D.Doolloo irratti raawwataa jiru ilaalchisuun marii jiraattota waliin goone


ኦነግን የሚቃወሙት እነማናቸዉ ?

የሚቃወሙበት ምክንያትስ ?

ከዚህ ቪዲዮ መልስ ያገኛሉ።


ለንፅፅር ብቻ


Dhumatti Waraana goolessituu wayyaaneetu si gaddisiisa malee dhumatiin uummata keenya siin gaddisiisuu jechuudhaa? Yoo akkas ta’ee ammayyuu ganaa gaddita.

Oromia Qeerroo Media


አጠር ባለ አነጋገር የODPን ችግር።
ከኦነግ ተገንጥለው እድር የመሰረቱ የቀድሞ የኦነግ ሰዎች።
የኦነግ አስተዳደራዊ መዋቅር እና “ሸኔ” የሚል መጠሪያ።

ልቅም ያለ መረጃ የሚሰጥ ፅሁፍ ከ Afandii Muttaqii ገፅ አገኘሁ እናም እንደሚከተለው አቀረብኩላችሁ ለጠቅላላ እዉቀት አድምጡ። በተለይ ለጭፍን ጋላቢዎች