ONN | Waltajjii Marii Kutaa XUMURAA ADOOLESSA 15 2019

ONN LIVE | Waltajjii Marii Kutaa XUMURAA ADOOLESSA 15 2019

Kunoo Jaamaa Ulee G-7ttiin deemaa jiru:
Maqaaf muummicha ministeeraa jedhamu garuu mul’ata mataa isaa kan hin qabne jaamaa maxxantuu Mul’ata yookaan Roadmap G-7tiin biyya qileetti oofaa jiru. Sirna Minilik duri deebisuuf tooftaan itti deemaa jiran.


Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii isaanii Eertiraa xumuruun gara biyyaa deebi’an.

Dooktar Abiy daawwii isaanii Eertiraa guyyootii lamaa xumuruun gara Finfinnee deebi’aniiru.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii isaanii Asmaraatin preezdaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqii waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy magaalaa Asmaraatti biqiltuu dhaabaniiru.