ONN : Sagalee Qeerroo Ebla 23 2019-Giinciitti hiriirri balaaleffanna

Above Single Post

ONN : SAGALEE QEERROO EBLA 23 2019 | Giinciitti hiriirri balaaleffannaa gocha mootummaa geggeeffame.

| Godina Baalee Aanaa Laga Hidhaatti hidhattoonni Naannoo Somaalee uummata Oromoo irratti lola bananii miidhaan lubbuu namaafi qabeenyaa uummataarra miidhaan ga’aa jira. | Magaalaa Adaamaatti leellistoonni sirna Nafxanyaa ilmaan Oromoo irratti miidhaa geessisaa jiru.

Below Single Post