ONN | Gaaffii fi Deebii Waaq-gaarii Kabaa Nagahoo kan mana hidhaa Naannoo Tigraayitti waggaa 19 turee guyyaa muraasa dura bahe waliin taasifame

ONN : Gaaffii fi Deebii Waaq-gaarii Kabaa Nagahoo kan mana hidhaa Naannoo Tigraayitti waggaa 19 turee guyyaa muraasa dura bahe waliin taasifame

Oduu Simbirtuu
Godina Sh/Bahaa Aanaa Boosati, magaalaa Warjiitti waraanni dhukaasa banaa jira. Jilli ABO gamasitti imale uggurameera. Uummatni magaalittiis baqaan mana argetti olbaqateera. Dhukaasa gama tokkoon yoroo dheeraaf dhagaahamaa jira.


Harargee Waajira Poolosii Magaalaa Baddeessaatti Oromoo Haalaa Kanaan dararaa jiru.

Oromoo Salphina Kanaaf Kan Saaxile Warraa”Oromoo Bilisoomteettaa Amma Qabsoon Si feesisu”Jechuun QBO Gabaa Dhaabee Gurgurate dha.#Har‘as Girriisa Afooshaa Bitanii Of Jala Yaasaa Waaraa Qabsoo Uffaatanii Moraa QBO Burjaajessaa Jiru.