ONN: Dr Kedida Show: Oromia Kaleessaa, Har’aa fi Boruu. Marii Obbo Odaa Xasee, Obbo Ahmed Sayyo, Dr Rundassa Eshete fi Dr Ibsa Kedida Waliin Goone

ONN: Dr Kedida Show: Oromia Kaleessaa, Har’aa fi Boruu.
Marii Obbo Odaa Xasee, Obbo Ahmed Sayyo, Dr Rundassa Eshete fi Dr Ibsa Kedida Waliin Goone

ONN LIVE : Qophii Gaaddisa Dhugaa Sadaasa 24, 2018. Sirna Baniinsa Waajjira ABO Godina Shawaa Lixaa Ona Baakkoo Tibbee Magaalaa Baakkoo.

ONN/TVOMT:Ajjeechaan Guutuu Oromiyaa keeysatti Ilmaan Oromoo Irratti deemaa jiru maalif dhaabbachuu dhabe? Marii Addaa.Sadaasa 24/2018


Beenishaangulitti Namoonni Ajjeefamuu Jiraattonni Ibsan

Naannoo Beenishaangul Gumuz Aanaa Yaassotto kamisa kalessa galgalas namooni heddu dabalataan ajjefamuu jiraattoni ibsaa jiru. Bulchiinsi Beenishaangul Gumuz rakkoo kanaaf Waraana ABO tuu sababa jedhee himata.

Addi Bilisumaa Oromoo gama isaan sochii naanno sanitti taasisaa jiru tokkole akka hin jireefi dhimma kana duuba kaneen rakko hammesu barbaadantuu jira jedha.

Muktaar Jamaal dabalata qaba. Caqasaa

voaafaanoromoo