OMN:Mootummaa cee’umsaa Oromyaa
OMN:Filannoo sobaa fi Jibba Oromummaa
Akka odeessa Finfinnee irraa amma argachaa jirrutti PPn Impaayera (Empire) mini*lik keessa jirtu rakkina guddaaf saaxilamte gadadoo keessa jiraachuu ishee dhagahaa jirra!
1. Egypt fi Sudaan dhiibbaa guddaa gara Dipiloomaasii Addunyaa godhaa jiru!
2. Kaampiilee waraanaa akka Bishooftuu, Naqamtee, Duukaam keessatti rakkinni akka uumame himamaa jira!
3. TPLFn Haaraatti off ijaartee guutummaa Tigraayfi Naannoo Amaaraa irratti lola adda hin cinne banuuf akka deemtu odeessi amma Tigraay irraa dhufu ni mirkaneessa!
4. Embassy UK Finfinnee jiru guyyaa har’aa kijibaa media PP Addunyaa fuulduraatti gadi baasee saaxiluun isaa mata duree media ta’eera!!
5. Dirree Dhawaa Shinilleetti Waraanni Abiyyi leenjisuuf Biyyattii iddoo gara garaati walitti guuree leenjisaa jiru baay’ee Kaampii leenjii Shinillee keessa miliquun badaa jiraachuun isaanii odeessi amma dhufe ni mirkaneessa..!
6. Wallagga, Gujii, Booranafi Shawaa keessatti waraanni WBO fi RIB gidduutti gaggeeffamaa jiru akkuma itti fufeetti jira !
7. PPn osoo filannoo kijibaaf fiigduu jiguuf akka deemtu haalli biyyattiin amma keessa jirtu ragaa guddaadha..!
Waliif qoodaa !
Via: Ajaahib Jimaa Tooboo