OMN: Oolmaa Oromiyaa (LIVE) and ONN=Oduu Olmaa Oromiyaa Muddee 8/2017

OMN: Oolmaa Oromiyaa (LIVE) Mud 8, 2017 and ONN Oduu Olmaa Oromiyaa Muddee 8/2017


Oduu Olmaa Oromiyaa Muddee 8/2017


Amboo____Warshaan__homichoo__fe’ama jira.

Baay’ee nama gaddisiisa. Dubbichi akkasi.Guyyaa kaleessaa 07/12/2017 mootummaan wayyaanee tasabii 6 loltoota agaziidhaan ajabamuudhan gara homicho deemani turan.Guyyaa har’amoo 08/12/2017 @10:00 irraa egaluun magaala gudar irra egaluun hangaa Ambootti daandiin keessa keessa osoo hin hafiin daandiin inni guddaan osoo hin hafiin loltuudhaan marfame meeshaa waraana matarayyasii fi snipperiin qabatani, daandiin Amboo fi Guder loltuudhaan guutamera.Oduun gara homichodha akka nu gahetti meeshaalee warshaalee sana keessa jiru meeshaa gurguddaa kan rasasa omishuuf tajaajilan hunda buqqisuu dhaan konkolaatoota kaleessa 6 ta’e galee sana irratti fe’a jiru.sa’a ammaa kana jechuudha.poolisonni oromiyaa tokkoyyuu daandii irra hin jiran. qaata ari’ani waajira poolisitti naqani.akka ummaatni hin dubbatne sila yoo qeerroon dubbatu gocha diina jedhani maqaa nu balleessu.warri oduu qofaan nu ulan immoo kunoo dhaabatani qabeenya keenya nu saamsisa jiru. warri maqaaf ummaata oromoo bakka buuna jedhani nutti bokkisan.maal goona sila dhaabanne osoo ijji keenya ilaaluu nu saama jiru.Galgaala kana fe’ani ni baasu jedhame egama jira.seenan ha dubbatu jenna.


FXG Qeerroo Limmuu Galiilaa, Mudde 7, 2017


ONN: FXG guyyaa kaleessaa Mudde 7 G/B/Wallaggaa, Limmuu Galiilaatti ta’e irratti akkuma video kanarratti mul’atu Alaabaa Oromoo qabatanii “Down Down Wayyaanee, Chaw Chaw Wayyaanee” jechaa oolan Qeerroon Limmuu. Poolisonni Oromiyaa ammallee aantummaan Wayyaanee keessaa hin ba’iin humna Kora bittinneessaa itti waamanii ijoollee reebsisaa oolan. Godha is.