OMN: Oolmaa MM Galmee Jawar Mohammed fa’aa

OMN: Oolmaa MM Galmee Jawar Mohammed fa’aa

Oduu Ammee
Koloneel Gammachuu Ayaanaa fi hidhamtoonni siyaasa Oromoo kan biroo, ajaja mana murtiin mana hidhaatii akkuma bahaniin polisootaan sirnichaatiin ukkamsamanii gara hin beekamnetti fudhatamuu maddeen OMNtti himan.
Manni murtii federaala dhaddacha kaleessa ooleen Koloneel Gammachuu Ayyaanaa dabalatee hidhamtoonni siyaasaa oromoo yakki rawwatan hin jiru jechuun bilisa jechuun ni yaadatama.