OMN: OMN በአገውና ቅማንት አንደበት (Feb 25, 2019)

OMN: OMN በአገውና ቅማንት አንደበት (Feb 25, 2019)misrak_tasfayee

Article 39 loading ……
Obbo Lammaa Magarsaa Dubbate

“Dhiibani dhiibani kallatti nu hin barbaane nu geessuuf qaamni barbaadu jira.Wal danda’uu fiyidaa hundaaf jenneeti malee addaan bahuuf guyyaan tokko gahaa dha”


Konkolaachisaan hardha lafa fagoo konkolaataan deemuu hin dandeenee fe’u malee jedhee qulfii kaasee Jira.
Imaltoonnii ni yaabbatiif ni haftiin hin beekamu….

Yaa Oromoo ani namticha Abiyi jedhamu kana waa maleef hin jibbine. Yeroo baayyee irra deddeebi’ee waa’ee farrummaa nama kanaa himeetan jira. Namni kun farra bilisummaa ummata oromoo fi leellistuu Sirna Minilik Itoophiyaa tokkitti afaan amaaraa qofa dubbattuu akka ta’e dursee isiniif himaan ture. Kunoo amma sirriitti ifa baafataa jira. Warri ammaan dura shakkaa turtan kunoo mirkaneeffadhaa!!

Milkesa Hailu 

ስለ ፊንፌኔ/አዲስ ሃቅና ጠንቅ አጭር ዶኩመንተር:-
የድሮ ስርዓት ናፋቂዎች ፖለቲከኛውም፣ ቄሱም በቤተክርስቲያን ጭምር በፊንፌኔ/አዲስ አበባ ዙሪያ ጠሪነት እያወጁ ነው። ከሰሜን መሳሪያና ጥይትም እንደ ዕህል ወደ ፊንፊኔ መጫን ተጀመሯል፣ ጠርጥር ከገንፎ አይጠፋም ስንጥር። Oromoon gaddebituun akka dhirsa hatticha qe’eefi diinqa Oromoo keessa deemtee waa balleessitu manaa gadi bahiiti, harcaatoota Nafxanyaa ka’uuf wixxifattu Oromoo waliin dura dhaabadhuu dantaafi karra Oromoo eegi. “Nama hin qabu jechuuf si qabaa; mana naaf eegiif si’iinuu eegadhaa jette haati warraa dhirsi hattichaa” jedhe Oromoon mammaake.Daniel Areri


Warra saba tokkoo

#EBC የኢትዮጵያ ሳተላይት ቴሌቪዥን /ኢሳት/ ጋዜጠኞች ኢቢሲን ጎብኙ፡፡



OMN: ODUU Guyyaa (Gur 25, 2019)

Qeeyroo Abbabiyyaa

abummaa Oromummaa Oromiyaa
Waamalii nudhiibe kara sitii dhiifte maalif deemta moggaa
አቶ መለስ ዜናዊ ስለ ምስራቅ ጎጃም አማራ ሕገ ወጥ ስፍራዎች ምን ቢል ጥሩ ነው፣
ምንድርትኝ ሰፋሪዎች ነችው።
Safari biraan nuu gahaa.
nuhii mitti Mallas zeenaawwii Safaari jechaani turee, Amhara jechuun Mandartanya Safaari nw jedhee, qalichi kuun bar…….likki safari isuumatu beka.


Tigreefi Amaarti AMBOO irraa maal dhabu?
moo akkuma Finfinnee AMBOOnis nuun morkuu fedhu?


Some groups are trying to implement Master plan2 which is a high copy of Master Plan1.Now the question is who is finacially behind this new master plan2 implementation which is designed to connect Debrebirhan with Gurage zone?

Tamiru L Kitata


ከአዲስ አበባችን የወጣቶች፣ ጎልማሶችና ምሁራን ማህበር የተሰጠ መግለጫ
አዲስ አበባ


<strongclass=”title style-scope ytd-video-primary-info-renderer”>Ethiopia: ሶማሌዋ እናት ዶ/ር አብይን በ5 ጥያቄዎች ስታፋጥጥ | Dr Abiy Ahmed vs Somali Women

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.