OMN: ODUU (ONK 28, 2017)




OMN: ODUU (ONK 28, 2017)

Oromiyaan Biyya Itiyoophiyaa jedhamtu tana ijaaru fi aadaa saboota, sablamoota Itiyoophiyaa bareeda waliin jiraatu qaba.

Raayyaa Ittisa Biyyaa Keessaa Dhalootaan Warrii Oromo Ta’aan Hirrifamaa Jiru.***
Qaamnii Nageenya Oromiyaa walga’ii dhoksaan gaggeessaa Jira
.***Motummaan Abba Irreecha Ummata Nagaa Ajjesuu Itti Fufudhaan Lixa Oromiyaa Onaa Daalee Waabaraa Magaalaa Qaaqeef Jiddu galessa Oromiyaa Magaalaa Amboof Gudartti Lubbun Nama Kudhanii ol darbee Heedduun Madaa’anii Jiru.
Youtube Oromia News Network LIVE Stream https://youtu.be/XHsVcY3R53A Qophii Kaayyoo LIVE Stream https://youtu.be/zh93kQJ5ucY
Hegeree TV @ Radio Hegeree Oromia @Live Stream https://youtu.be/yAMFaJzx2U8

WBO lammaa magarsaan leenjise kunoo kana dalagaan isaa.Qeerroon agaazii ofirraa dhorkuuf dhakaan daandii cufu Isaan immoo karaa banuuf dhakaa daandirraa guuru.
Aktiiviistota OPDO haaromtee ofiin jettan mee dubbadhaakaa amma dhimma WBO keessan kanaa? WBO n gaafa darbe jirra jirra jechaa bahe suni kanaa laata?

Via: Miidhaksaa Abbishuu

“በሰራዊቱ ህዝብን የማዳን ባህሪ “???????

 

 



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*