OMN: ODUU GUYYAA (Sad. 26, 2019)

Above Single Post

OMN: ODUU GUYYAA (Sad. 26, 2019)


Balaa konkolataa tibbana lubbuu namoota hedduu gaaga’ee
-‘‘Jawaariin simachuuf adda duree turtee jechuun hojiirra na dhorkan’’ Luba Saamu’eel Birhaanuu
-‘‘Oromtittiin hunduu Caaltuudha’’
Caaltuu Siraaj
-Ibsa ABBUT dhimma walitti baquurratti


ትናንት በተፈጠረው በሆለታ ከተማ የሞቱ ሶስት የአምቦ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች እኚ ነበሩ
እግዚአብሔር ነብሳችሁን በገነት ያኑረው
አምቦ ዩኒሸርሲቲ ተማሪዎች እና ለመምህራኖችም መፅናናትን ይስጣችዉ፡፡

Enyumaa Irannaa


“እስራኤል ኬኛ፣ሸዋ ኬኛ ሁሉም ኬኛ” አሉ የሰፋራችን እድር ዋና ፀሓፊ አቶ ዳባልቄ አስመላሽ

Yoosaan Geetaahun “Maa Galaafatta Haadhoo Kee”? New Oromo Music (Official video 2019)

Akkam Bulte Jedhuu
Nagaan Koo Yaachisee
Moo Bulu kooti laa
Kan nagaafachiisee
Bulee Nagaa mitii
Nagaa maaltu jiraa
Ergan lammii dhabee
Abdii maalan jira

Jira guggubachaa
Anis obbolleessa du’aati
Du’an eeggachaa jiraa
Diduun isaa dhugaadhaa
Maa diddeen gaafiidhaa
Yoom wallaale garaan kee
Dhugaasaa beeka keessi kee
Obbolleessa koo lammii kee
Maa Galaafatta Haadhoo Kee?

Weellee Yoosaan Geetaahun kana dhageefadha mee👂

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.