OMN: Oduu Guyyaa (Onkoloolessa 01, 2019)

Above Single Post

OMN: Oduu Guyyaa (Onkoloolessa 01, 2019)


DOGOGGORA OBN
-Dhimma dhaamsa Irreechaaf Angaawotaaf Darbe Irratti. OBN -Dhaamsa Gootichi Dr Lammaa Magarsaa Bara Darbe Godhe. Haaraa Waan Amma Dr Lammaaf Interviwuu Godhe Fakkeessee Dhiyeesse. Kuni Dogoggora Seenaatii. Kun Dogoggora Qofa Osoo Hin Taane Uummata Oromoof Tuffii Qabaachuu. Fii Karaa Isaan Deemuu Barbaadan. Karaa Gootichaatiin Wal Adda Tahuu Nuuf Akeeka Kuniimmoo Kan Himu

Lamma magarsaa Gooftaan Keenya Uummata Oromooti Jechuun Beekama. Hojiidhaanis Argisiiseera
Abiy Ahimadimmoo Kaabinoota Koofi Anatu Gooftaa Uummataati Ejjenoo Jedhu Qaba Kanaaf Ejjennoo Wal addaa Qabu. Jechuuudha Oromoonis Yeroon Dammaquutu Furmaata Taha..Gamanumaan Miidiyaa Maqaa Oromoo Maxxanfatee Soba Qaaccessu Kanaanis.OBN IRRAA Gara Birootti Akka Jijjiirratu Nii Kabajaan Gaafanna. Lammaa Magarsaa Qaroo Oromooti. Karaa Lammaan Nutti Dhufnaan
Waan Hafetu Hafa Malee Murtiin Murtoo Guutuudhaan Gara Qabsoo Nii Seenna
Lammaan Hogganamnees Nii Injifannna .

Below Single Post